Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Aadde Sa’aadaan durfamu misooma daandii godina Baalee daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Jilli Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abduramaaniin durfamu godina Baalee, aanaa Agaarfaatti ijaarsa daandii Aliidha hanga Agaarfaa…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abbayyii Coommanitti Piroojektoonni misoomaa garaagaraa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastera Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaa…
Ministiroonni Faayinaansii Biyyoota Afrikaa Bahaa roodmaappii daldalaa Gaanfa Afrikaa cimsuu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ministirooni misoomaa Afrikaa Bahaa hariiroo Daldalaa Gaanfa Afriikaa cimsuuf kan gargaaru roodmaappii Inisheetiivii Gaanfa Afriikaa raggaasisan.…
Mootummaan dhimma daangaa Sudaan karaa nagaan furuf qophiidha- Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa muddama naannawaa daangaa Sudaan waliin qabuurratti mul’atu daandii nagaan furuuf qophii ta’uu Ittaanaa Muummee Ministiraa fi…
Aadde Zahaaraa Humad Pirezidaantii Liigii Dubartootaa Paarti Badhaadhinaa ta’uun filaman
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaa Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaarratti filannoo Pirezidaantii fi Ittaanaa Pirezidaantii gaggeeffameen dubartoonni 744 sagalee…
Waldhabdeewwan sababeeffachuun humnoonni finxaaleyyiin nageenya biyyaa jeequuf hojjechaa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Waldhabdeewwan sababeeffachuun humnoonni fiinxaaleyyii nageenyaa biyyaa jeequuf hojjechaa jiraachuu Poolisiin Federaalaa odeeffannoo argateen…
Pirezidaanti Saahilawarqi guyyaa bilisummaa Jibuutiirratti hirmaatan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Pirezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, guyyaa bilisummaa Jibuutii 45ffaarritti Eembaasii Jibuutii Faransaayiin kabajamerratti hirmaataniiru.…
Hospitaalli Galaanaa Birrii miiliyoona 65 oliin ijaarame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Gujii Lixaatti Hospitaala Sadarkaa jalqabaa Galaanaa eebbisaniiru.…
Biyyattiitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa nageenyaa waaraa fi amansiisaa mirkaneessuuf fudhatamu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Biyyattiitti, tarkaanfiin olaantummaa seeraa, nageenyaa waaraa fi amansiisaa mirkaneessuuf fudhatamuu, cimee itti fufuu Waajjirri Muummee Ministiraa…
Ityoophiyaan karoora biyyaalessaa ishee galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan karooraa biyyaalessaa isheen galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera…