Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan karoora biyyaalessaa ishee galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan karooraa biyyaalessaa isheen galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera…
Namni dhuunfaa shuguxii 15 konkolaataa keessa dhoksuun socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Namni dhuunfaa shuguxii 15 konkolaataa keessa dhoksuun socho’aa ture to’atamuu ibsame.
Poolisiin magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Nageenya…
Kaayyoon guddaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa ummata Oromoo diinagdeedhaan mataa olqabuudha- Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Kaayyoon guddaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa ummata Oromoo diinagdeedhaan mataa olqabuu ta’uu Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Dargaggoonni hojii boonsaa biyya kabachiisuun hojjetan gama misoomaan irra deebi’aa jiru jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Dargaggoonni hojii boonsaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun hojjetan gama misoomaan irra deebi’aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Duukamitti pirojektoonni 38 Birrii miiliyoona 600 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Bulchinsa Magaala Duukamitti piroojektoota bara 2014 keessaa hojjetaman keessaa pirojektoonni 38 Birrii miiliyoona 600 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.…
Naannichatti hojiiwwan nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuu cimee kan itti fufu ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti hojiiwwan nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuu fi seera kabachiisuu cimee kan ittu fufu ta’uu Mootummaan naannichaa beeksiseera.…
Abbaan Taayitichaa qaamolee hanqina boba’aa uuman irratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii qaamolee hanqina boba’aa uuman irratti tarkaanfii keessa deebii hin qabne kan fudhatu ta’uu beeksise.
Abbaan…
Magaalaa Shaashamanneetti bara 2014tti piroojektoota Birrii miiliyoona 300 oliin ijaaraman 72…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Shaashamanneetti bara 2014tti piroojektoota Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 22 ijaaraman 72 keessaa 63 xumuramuun hojiif banaa ta’aa…
Injinar Taakkalaa Uumaan godina Guraagee magaalaa Bu’iitti warshaa Laaniiw Pileey Wuud…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan godina Guraagee magaalaa…
Sagantaan nyaata barattootaan qonnaan bultoota kuma 100 ol fayyadamtoota taasisu ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Sagantaan nyaata barattootaa Finfinnee, qonnaan bultoota Godinaa Addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee kuma 100 ol fayyadamtootaa taasisu ifoomeera.…