Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu naannolee hundatti cimee itti fufeera-TKM
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa, Gambeellaa, Beenishaangul Gumuz, Amaaraa fi Afaaritti hojiileen olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee itti fufuu Tajaajilli…
Mariin nageenyaa yeroon gaggeeffamuun Ityoophiyaaf nageenya waaraa, araaraa fi badhaadhina…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Mariin nageenyaa yeroon gaggeeffamuun Ityoophiyaaf nageenya waaraa, araaraa fi badhaadhina kan milkeessu ta’uu Mootummaa Jarman ibse.
Walitti…
Ijipt laga Abbaay %100 fayyadamuuf mirga gaafachuu hin qabdu- Tiiboor Naazh
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Laga Abbaayiif bishaan copha tokko kan hin gumaachine Ijipt mirga bishaanicha %100 fayyadamuuf mirga gaafachuu hin qabdu jedhan Ministeera Dhimma Alaa…
Misensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa haala yeroo irratti mari’achaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Misensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa haala yeroo irratti mari’achaa jiru.
Miseensonni mana marichaa dhimmoota yeroo diinagdee, siyaasaa,…
Obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa buufata xiyyaaraa Nagelleef dhakaa bu’uuraa kaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) –Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Gujii galeera.
Jilichi wayita godinicha ga’u Abbootiin Gadaa,…
Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Artiistoota adda addaa badhaase
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Sagantaan Badhaasaa Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Artistoota buleeyyii fi dhaloota haataa damee adda addaan badhaaseera.
Faawundeeshinichi Artiisti…
Ityoophiyaa fi Sudaan rakkoo isaan mudate miira obbolummaa fi ollaa gaariin furuuf dandeetti qabu-…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan rakkoo isaan mudate miira obbolummaa fi ollaa gaariin furuuf dandeetti qabaachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.…
Jilli Itti Aanaa Preezidaantii BMNO obbo Awwaluu Abdiin durfamu godina Wallagga Lixaati lammiilee…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Preezidaantii Bulchiinsa Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii ganda Toleetti…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 17 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 gara biyyaa deeb'aniiru.
Deebitoota keessaa 5 daa'imman ta'uu…
Waltajjii sosochii Ityoophiyaan haa Oomishtuu booda Indaastiriiwwan cufamanii turan 34 gara hojiitti…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Waltajjii sosochii Ityoophiyaan haa Oomishtuu booda Indaastiriiwwan cufamanii turan 34 gara hojiitti deebi'uu Biiroon Daldalaa fi Indaastirii naannoo…