Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugala qorannoo makaanaayizeeshinii qonnaa hundeessuuf Kooriyaa Kibbaa waliin hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qonna Ityoophiyaa Teekinooloojii ammayyaa fi makaanaayizeeshiniin deeggaruu kan dandeessisu giddugala qorannoo makaanaayizeeshinii qonnaa hundeessuuf…
Oromoon mirga of ta’uu gonfateera- obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Oromoon mirga of ta'uu gonfachuu Preeezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Oromoon hiree waa murteessuu argate…
Ityoophiyaa fi Sudaan waldhabdee naannoo daangaatti uumame akka furan Komishiniin Gamtaa Afrikaa fi…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan waldhabdee naannoo daangaatti uumame akka furan Komishiniin Gamtaa Afrikaa fi Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa gaafataniiru.…
Mootummaa Jarman waliin waliigalteen deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 32 ol mallatteeffamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Mootummaa Jarman waliin waliigalteen deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 32 ol mallatteeffamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.
Ministirri Ministeera…
Kuubaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Roodireegeez…
Waliigalteen Kontiraata Awutoobisoota deeggarsaa Shaggar baatii jahaaf dheerate
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee waliigaltee Kontiraata Awutoobisoota deeggarsaa Shaggar dabalataan baatii jahaaf dheeresse.…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Baahireen irra deebiin eegaluufi
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Baahireenitti taasisu addaan cite ture xumura torban kanaatti irra deebiin eegaluuf ta’uu ibsame.
Itti…
Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 eegala- BBO
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.
Qophiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2014 xumuramuusaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen yaa’ii qophii barnoota duraa UNISCOrratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen yaa’ii qophii barnoota duraa UNISCOrratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.
Yaa’icharratti Ministiroonni…
Siidaan Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Siidaa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisiisaniiru.
Siidaan kun Birrii miiliyoona 21’n…