Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Siidaan Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Siidaa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisiisaniiru.
Siidaan kun Birrii miiliyoona 21’n…
Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2014 yuunivarsiitiiwwan keessatti kan kennamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2014 yuunivarsiitiiwwan keessatti kan kennamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Ministirri…
Jilli Ittaanaa Preezdaantii MNO obbo Awwaluu Abdiin durfamu Aanaa Gullisootti, Mana Barumsaa Ifa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii fi Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu…
Odeeffannoo sobaa fi haasawa jibbiinsaa qolachuun biyya cimaa ijaaruun murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Mariin biyyaalessaa haasawa jibbiinsaa fi qabsoo ragaa sobaarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Yaa’iin Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaan Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa mata duree ‘Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa Badhaadhina hunda galeessaaf’…
Waggoottan darban hojiin dubartoota fayyadamoo taasisuu fi hirmaannaa isaanii cimsuurratti hojjetame…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Waggoottan darban hojiin dubartoota fayyadamoo taasisuu fi hirmaannaa isaanii cimsuurratti hojjetame bu’aa argamsiisuu dursaa itti aanaan…
Hawaasni Naannoo Oromiyaa humna jijjiirama misoomaati -Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Obbo Shimallis Abdiisaan haasawa eebba piroojektoota Godina Baalee irratti taasisaniin hawaasni naannoo…
Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.…
Biyyattiin Bu’aalee Oomisha muduraalee argamsiisaa jirti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Oomishaaleen muduraalee iddoo hundatti babal’achaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.
Oomishni…
Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa ijaarsa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun eebbisiiseera.…