Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa ijaarsa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun eebbisiiseera.…
Jilli Preezidaanti Shimallisiin durfamu Godina Baalee magaalaa Roobee gale
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Preezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Baalee magaalaa Roobee galeera.
Obbo Shimallisii fi…
Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti qamadii bonaan oomishi fooyyaa’a argamuu eerame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Barana Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti jallisii bonaan oomishi qamadii fooyya’aan argamuu Biiroleen Qonnaa Naannolee lameenii ibsan.
Hogganaan…
Mootummaan ijaarsa magaalotaa cimsuurratti xiyyeeffachuun ajandaa magaalummaa haaraa dhugoomsuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) –Mootummaan ijaarsaa magaalotaa cimsuurratti xiyyeeffachuun ajandaa magaalummaa haaraa dhugoomsuuf kutannoo qabaachuu Ministirri Ministeeraa Magaalaa fi…
Godinni Kafaa tiraaktaroota Birrii miiliyoona 58 bitee aanaaleef qoode
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Godinni Kafaa oomishaa fi omishtummaa qonnaan bultoota godinichaa fooyyessuuf tiraaktarootaa 25 qoodeera.
Tiraaktaroonni kunneen…
Kaabineen Magaalichaa Birrii biiliyoona 100.05 baajata 2015’f akka ragga’uuf murteesse
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee karoora baajataa 2015 Birrii biiliyoona 100.05 akka ragga’uuf Mana Maree Magaalichaaf akka dhiyaatee akka…
Hawaasni Awuraa Ambaa amantaa, sabummaa fi ilaalchi siyaasaa tokko taanee jiraachuu akka nu hin…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Amantaa, sabummaa fi ilaalchi siyaasaa tokko taanee jiraachuu akka nu hin dhorkine hawaasni Awuraa Ambaa ragaa jiraataadha jechuun Muummeen Ministiraa…
Yaa’ii 1ffaan Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa boru gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaan Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa boruurraa eegalee Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffama.
Jilli Ittaanaa Pirezidantii Paartii…
Hawaasni tajaajila geejiba baaburaa Ityoo-Jibuutii hannarraa akka eegu gaafatame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Tajaajilli geejiba baaburaa Ityoo-Jibuutii faayidaa damee hedduu Ityoophiyaaf argamsiisuu cimsee akka itti fufuuf hawaasni qaamolee nageenyaa waliin…
Jilli Afyaa’ii Ittaantuun durfamuu yaa’ii Paan Afrikaarratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Jilli Afyaa’ii Ittaantuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Aadde Loomii Badhoon durfamu yaa’ii paarlaamaa Paan Afrikaarratti hirmaachaa jira.…