Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adaabbaatti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 127 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa, Obbo Abarraa Warquun durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti pirojektoota misoomaa adda addaa Birrii…
Qindoomina Hoggantoota Dubartoota Afrikaatti Kokasiin Dargagootaa Damee Ityoophiyaa ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) - Qindoomina Hoggantoota Dubartootaa Afrikaatti Kokasiin Dargaggoota Dubartootaa Damee Ityoophiyaa ifoomeera.
Saganticharratti, Ministirri Ministeera…
Naannoo Afaaritti konkolaattoonni boottee seeraan ala boba’aa fe’an 15 to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Qarqara daandii Gaalaafii hanga Sardootti dhokatanii kan turan konkolaattoonni boottee boba’aa fe’an 15 to’atamaniiru.
Dabalataan bootteen tokko…
Magaalaa Baahirdaaritti shakkamtoonni haleellaa shororkeessummaa raawwachuuf turan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Baahirdaaritti shakkamtoonni haleellaa shororkeesummaa raawwachuuf socho’aa turan to’atamuu Koomishiniin Poolisii Naannoo Amaaraa beeksise.…
Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii Kaampaasii Dirree Gafarsaa maqaa Aartist Haacaaluu Hundeessaatiin…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii Kaampaasii isaa Dirree Gafarsaa maqaa Aartist Haacaaluu Hundeessaan moggaasuu beeksise.
Maqaa…
Giddugalichi sanyii xaafii fooyya’oo 58 qonnaan bultootaan ga’uun eerame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) - Giddugalli Qorannoo Qonnaa Bishooftuu sanyiilee xaafii fooyya’oo 58 qonnaan bultootaan ga’uun oomishaa fi omishtummaa dachaan akka dabaluuf gumaachuun…
Jilli Obbo Shimallisiin durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Buufata Raabsa Humna Elektirikaa…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Jilli Preezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Raabsaa Humna…
Gindhiiritti maallaqni sobaa Birriin kumni 47 ol to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Godina Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti maallaqni sobaa Birriin kumni 47 fi 400 to’atamuu Waajjirri Poolisii Magaalichaa beeksise.
Itti gaafatamaa…
Gaheen dargaggeessa bara keenyaa Ityoophiyaa badhaate dhaloota dhufuuf dabarsuudha – Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Gaheen dargaggeessa bara keenyaa Ityoophiyaa badhaate dhaloota dhufuuf dabarsuudha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Raayyaan Ittisaa akka loltuu idilee fi ammaayyaatti birmadummaa fi daangaa Ityoophiyaa eegsisuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Raayyaan ittisaa akka shiftaatti utuu hintaane akka loltuu idilee fi ammayyaa’aatti ifatti kan labsamee fi beekame, naannawaa Ityoophiyaa humnaan…