Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dameen innooveeshinii fi teeknoolojii sagantaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa akka tumsuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Dameen innooveeshinii fi teeknoolojiin ergama sagantaa fooyya’iinsaa diinagdee biyya keessaa tumsuun haalota mijatoo uumuuf, hojjetamaa jiraachuu…
Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Koministii Chaayinaa hariiroo tarsiima’aa qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Paartii fi paartiin Koministii Chaayinaa hariiroo tarsiima’aa qaban cimsuuf waliigalaniiru.
Ittaanaan Pireezdaantii Paartii…
Dhaloota cimaa egeree biyyattii murteessuu danda’u horachuuf hanqina sirna barnootaa furuun…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Dhaloota beekkumsaan ga’oomee fi hamilee jabaan egeree biyyattii murteessuu danda’u horachuuf sirna barnootaa suphuun murteessaa ta’uu Ministirri…
Sanada Tarsiimoo Ittisa Walitti Bu’iinsaa fi Ijaarsa Nageenya Biyyaalessaa irratti mariin…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Sanada Tarsiimoo Ittisa Walitti Bu’iinsaa fi Ijaarsa Nageenya Biyyaalessaarratti bakka qooda fudhattoonni Federaalaa fi naannoolee argamanitti mariin…
Interpiraayizoonni biyya keessaa sadarkaa idil addunyaatti guddachuu fi babal’achuun madda qabeenyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Interpiraayizoonni biyya keessaa sadarkaa idil addunyaatti guddachuu fi babal’achuun madda qabeenyaa fi biyya kan boonsudha jedhan Muummeen…
Nannoo Sidaamaatti bara baajataa kana bu’uuraalee misoomaa hojjetaman daawwatamaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti bara baajataa kana bu’uuraalee misoomaa aanaalee naannichaa keessatti hojjetaman daawwatamaa jiru.
Daawwannichaan,…
Aartist Solomoon Alamuu du’aan boqote
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Taatoo, Barreessaa fi qopheessaa diraamaa beekamaan Artist Solomoon Alamuu du’aan boqote.
Diraamaa raadiyoo “Abbiyyee Zargaawuu” jedhamuun caalmaan…
Manni Maree Naannoo Oromiyaa baajata 2015’f Birrii biiliyoona 158 fi miiliyoona 629 ol…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa baajataa bara 2015’f Birrii biiliyoona 158 fi miiliyoona 629 fi kuma 503 fi 205 akka raggaa'uuf…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuuwwan biiliyonni 2.2 dubartoota qofaan kan dhaabamu…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuuwwan biiliyonni 2.2 dubartoota qofaan kan dhaabamu ta’uu Liigiin Dubartootaa Paartii…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan Ashaaraa magariisaa marsaa 4ffaan ifatti eegale
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan Ashaaraa magariisaa marsaa 4ffaan mata duree 'Ityoophiyaa yaa uwwifnu' jedhuun ifatti eefaleera.
Sagantichi…