Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoo kaaba biyyattii furuuf Mootummaan federaalaa garee mariisiftuu hundeesse
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Rakkoo kaaba biyyattii furuuf Mootummaan federaalaa garee mariisiftuu hundeessuu ibsameera.
Rakkoo nageenyaa kaaba biyyattii furuuf filannoo…
Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira Shanee ni fashaleessina…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira garee shororkeessaa Shanee fi garee farreen nageenyaa biroo kan fashaleessan…
Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa magaalichaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa Daa’immanii fi Dargagoota Finfinnee fi mana Tiyaatiraa Hagar…
Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 85 Sa’ud Arabiyaarraa biyyatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Guyya har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyatti deebisuu gaggeeffameen lammiileen kumni 1 fi 85 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’aniiru.
Kanneen…
Mootummaan Ityoophiyaa miidhaa loltootaa fi milishaa Sudaan daangaa Ityoo-Sudaan irratti mudateen…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa miidhaa loltootaa fi milishaa Sudaan daangaa Ityoo-Sudaan irratti mudateen gadduu ibseera.
Miidhaa Lotoota idilee Sudaan…
Uummata waliin ta’uun diinota Ityoophiyaa barbadeessuun badhaadhina biyyattii mirkaneessuuf ni…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Uummata waliin ta'uun diinota Ityoophiyaa barbadeessuun badhaadhina biyyattii mirkaneessuuf kan hojjetan ta’uu Dursaa Ittaanaan Preezdaantii Paartii…
Qabeenyaa bishaanii biyyattii misoomsuun faayidaa lammiileef oolchuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Qabeenyaa bishaanii biyyattii misoomsuun faayidaa lammiileef oolchuun barbaachisaa ta'uu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii ibse.
Ministeerichi…
Godina Arsii Lixaatti dargaggoota waliin nageenya tiskaa, rakkoo hojii dhabdummaa jiru furuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti dargaggoota waliin nageenya tiskaa, rakkoo hojii dhabdummaa jiru furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Itti…
Magaalichaatti Proojektoonni Doolaara miiliyoona 162 oliin hojjetamaa turan xumuraman
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti rakkoo adda ciccituu humna elektirikaa fuuruuf Proojektoonni Doolaara miiliyoona 162 oliin hojjetamaa turan xumuramaniiru.…
Naannichaa deebisanii dhaabuuf waliigalteen deeggarsaa Doolaarri miiliyoona 6.2 taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa deebisanii dhaabuuf waliigalteen deeggarsaa Doolaarri miiliyoona 6.2 taasifamuu Biiroon Maallaqaa naannichaa beeksise.
Biirichi…