Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara 2014 qormaatilee keessoo fi alaatiin qoramnus hojiilee misoomaa milkaa’aa hojjenneera –…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Bara 2014 qormaatilee keessoo fi alaatiin qoramnus hojiilee misoomaa milkaa’aa hojjenneera jedhan Preezidaantiin Shimallis Abdiisaan.…
Tokko ta’uu fi shororkeessitoota waliin falmuuf adeemsa qoqqoodaa keessa seenuun gonkumaa…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Naannoo hundaatti tokko ta’uu fi shororkeessitoota waliin falmuuf adeemsa qoqqoodaa keessa seenuun gonkumaa kan hinbarbaachifne ta'uu Humni Waloo Tikaa…
Naannoo Kibbaatti Ganna kana Dargaggoonni miiliyoonni 1.8 ol tajaajila tolaarratti ni hirmaatu…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) –Naannoo Uummattoota Kibbaatti Ganna kana Dargaggoonni miiliyoonni 1.8 ol tajaajila tolaarratti kan hirmaatan ta’uu ibsameera.
Tajaajila tolaa…
Shanee dhabamsiisuuf naannoon Oromiyaa fi Amaaraa qindoominaan ni hojjetu jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Garee shororkeessaa Shanee dhabamsiisuuf, hojii oppireeshinii Mootummaan fedeeraalaa gaggeessaa jiru milkeessuuf naannoon Oromiyaa fi Amaaraa…
Aadde Adaanachi ijaarsa manneen jireenyaa gamoo abbaa darbii G+5 eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ijaarsa mana jireenyaa gamoo abbaa darbii G+5 kutaa magaalaa Liddataatti…
Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa xumure
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa guyyota lamaaf gaggeessaa ture xumureera.
Korechi dhimmoota nageenya biyyaalessaa, ijaarsa…
Godinni Arsii Lixaa deeggarsa Hidha Haaromsaaf Birrii miiliyoona 40 walitti qabuuf hojjechaa…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godinni Arsii Lixaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaatiif Birrii miiliyoona 40 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Waancaan Hidha…
Qulqullinaa fi dhaqqabamummaa bu’uuraalee misoomaa mirkaneessuun sirna cimaa fi biyya jabduu ni…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Qulqullinaa fi dhaqqabamummaa bu’uuraalee misoomaa mirkaneessuun sirna cimaa fi biyya jabduu ni ijaarra jechuun Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee biyya tasgabboofte ijaaruuf hojiileen eegalaman itti…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Hojiilee olaantummaa seeraa kabachiisuu cimsuun biyya tasgabboofte ijaaruuf hojiileen eegalaman kan itti fufan ta’uu Miseensonni Koree Giddugaleessaa…
Gommaatti sosochiin waldaalee hojii gamtaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti sosochiin waldaalee hojii gamtaa mata duree ''Waldaalee hojii gamtaa furmaata qaala'iinsa gabaaf” jedhun gaggeeffameera.…