Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Silashiin Pirofeesaroota Yuunivarsiitiiwwan Ameerikaa garagaraarraa walitti baba’an…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Injiinara Silashii Baqqalaan Piroofeesaroota Yuunivarsiitiiwwan Ameerikaa garagaraarraa walitti baba’an…
Boba’aa liitira kuma 85 albuuda biroon makee gurguruuf kan yaale Buufanni Raabsaa Boba’aa Ooyilibiya…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godina Geediyoo Magaalaa Wanaagaatti boba’aa liitira kuma 85 albuuda hinbarbaachifneen makuun hawaasatti gurguruuf kan yaale Buufanni Raabsaa Boba’aa…
Ityoophiyaan rakkoolee bubbulan irraa hiikamtee daandii abdiirraa akka fuulduratti imaltu…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan rakkoolee bubbulan irraa hiikamtee daandii abdiirraa akka fuulduratti imaltu qabsaa'aa jirra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti konfiransiin dargaggootaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti konfiransiin dargaggootaa nageenya tiksuurratti xiyyeeffate gaggeeffameera.
Nageenya magaalaa Shaashamannee…
Magaalaa Naqamteetti Oolmaan dargaggootaa Birrii miiliyoona 108 ijaarramuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa magaalaa Dargee keessatti Oolmaan Dargaggootaa Birrii miiliyoona 108 ijaarramuu eegalameera.
Oolmaan Dargaggoota…
Dhalattoonni naannoo Beenishaanguul Gumuz dhiibbaa humnoota farreen nageenyaa jala turan 289 giddu…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Dhalattoonni naannoo Beenishaanguul Gumuz aanaa Bulanii gandoota Dooshii fi Mooch dhiibbaa humnoota farreen nageenyaa jala turan 289 giddu gala magaalaa…
Aanaalee 300 keessatti misoomni midhaanii gurguddoon 10 kilaasteran hojjetamaa jiru – Ejansii…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Aanaalee 300 keessatti kuduraa fi muduraalee dabalatee misoomni midhaanii gurguddoon 10 kilaasteran hojjetamaa jiraachuu Ejansiin Tiraanisfoormeeshinii…
Naannoo Somaaleetti namoonni miiliyoonni 1.4tti hiiqan talaallii ittisa Koroonaa fudhatan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Naannoo Somaaleetti namoonni miiliyoonni 1.4tti hiiqan talaallii ittisa vaayirasii Koroonaa fudhachuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksiise.…
Xaa’oon kuntaalli kumni 500 buufata Jibuutii ga’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Gosti Xaa’oo Yuuriyaa kuntaalli kumni 500 buufata Jibuutii ga’uu Korporeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa ibse.
Bara oomishaa baranaaf xaa’oo…
Miseensonni Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa haleellaa naannoo Gambeellaa fi godina…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Miseensonni Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa haleellaa naannoo Gambeellaa fi godina Wallagga Lixaatti lammiilee nagaarratti raawwate…