Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni bu’uuraalee misoomaa baaburaa Birrii miiliyoona 3tti tilmaamamu hatan 6 to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Namoonni bu’uuraalee misoomaa baaburaa Salphaa magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 3tti tilmaamamu hatan 6 to’atamuu Tajaajilli Elektirikaa…
Sagantaan Baankii Misooma Afrikaa Ityoophiyatti jijjiiramni qabatamaan akka dhufu taasisaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Sagantaan Baankii Misooma Afrikaa qonnaan bultoota ardichaaf dhiyeessii teeknooloojii deeggaru Ityoophiyatti jijjiiramni qabatamaan akka dhufu taasisaa…
Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegaluu ibsame.
Korichi dhimmoota biyyaalessaa fi hojiilee paartichaarratti mari’atee hojiilee…
Ityoophiyaan dameewwan nageenyaa fi misoomaan hawaasa idil addunyaa waliin qindoominaan ni hojjetti-…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dameewwan nageenyaa, misoomaa fi tumsa dippiloomaasiin hawaasa idil addunyaa waliin qindoominaanii fi walkabajuurratti bu’uureffachuun …
Labsichi lammiileen mirga isaanii fayyadamuun biyyasaanii akka guddisaniif ga’ee olaanaa qabaachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Labsiin sirna bulchiinsa federaalaa lammiileen mirgaa fi dirqama isaanii baranii mirga isaanii fayyadamuun biyyasaanii akka guddisaniif ga’ee olaanaa…
Hanga ammaatti balallii marsaa 111 lammiileen Ityoophiyaa kumni 40 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Koreen Biyyaalessaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf hundaa’e hanga ammaatti lammiilee kumni…
Humni Qilleensaa Ityoophiyaa paayileetota eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa mata duree “qeerransoota 2014” jedhuun paayileetota leenjisaa ture guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni kunneen…
Yakkaamtoota haleellaa raawwachuu keessatti hirmaatan hojiin ittigaafatamoo taasisuu cimee kan itti…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Biyyatti bakkoota garagaraatti haleellaa raawwataman keessatti yakkamtootaa hirmaatan hojiin ittigaafatamoo taasisuu cimee kan itti fufuu ta’uu…
Kaabineen magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Kaabineen Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari'achuun murtoo dabarseera.
Baajata Idilee fi Kaappitaalaa bara 2015 irratti…
Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 600…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaaraa miiliyoona 600 waliif mallatteessaniiru.
Waliigalteen kana keessaa Doolaarri…