Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Waltajjii marii misoomaa idil addunyaa hoggantoota…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad kan Preezdaantii Chaayinaa Zhi Jiinpiingiin qophaa'e, yaa’ii misoomaa idil addunyaa ‘BIRICS Plus’ kan dureewwan…
Marii misooma idil addunyaa hoggantoota olaanoo BRICS pilaas Preezdaantiin Chaayinaa…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Marii misooma idil addunyaa hoggantoota olaanoo BRICS pilaas Preezdaantiin Chaayinaa Zhii Jiipping qopheessanirratti hirmaachuu kootti gammadeera jedhan…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 179 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 179 marsaa sadiin Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiilee kanneeniif kunuunsii fi deeggarsi…
Giddugalli Qorannoo Chaayinaa-Afrikaa Beejiingitti kan argamu Embaasii Ityoophiyaa waliin akka…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Giddugalli Qorannoo Chaayinaa-Afrikaa, Beejiingitti kan argamu Embaasii Ityoophiyaa waliin walta’iinsaan akka hojjetu ibse.
Chaayinaatti…
Obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyi mootummaan olaantummaa seera kabachiisuuf tarkaanfii fudhachaa jiru…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI duraanii Obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyi Mootummaan olaantummaa seera kabachiisuuf tarkaanfii fudhachaa jiru…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Quu Doong Yuu waliin mari’ataniiru.…
Naannoo Harariitti Ganna kana hojiin tola ooltummaa dargaggoota kuma 80 hirmaachise ni gaggeeffama…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Ganna kana hojiin tola ooltummaa dargaggoota kuma 80 hirmaachise kan raawwatamu ta’uu Biiroon Dhimma Dubartootaa,…
Jijjiirama hordofee adeemsonni hirmaachisoon eegalaman lammiileen dhimmoota biyyaalessarratti akka…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Jijjiirama biyyaalessaa hordofee adeemsonni hirmaachisoon damee siyaasaan eegalaman, lammiileen dhimmoota biyyaalessaarratti akka hirmaatan carraa kan…
Dhaabbileen hojii isaanii qorannoon deeggaruun guddina biyyaatiif ga’ee irraa eegamu ba’achuu…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa dabalatee dhaabbileen biyyattii keessa jiran hojii isaanii qorannoon deeggaruun guddina biyyaatiif gahee irraa eegamu…
Dhaabbileen Sab-qunnamtii odeeffannoowwan duudhaalee waliin jireenyaa laaffisan tamsaasurraa of…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Sab-qunnamtii odeeffannoowwan duudhaalee waliin jireenya hawaasaa laaffisan tamsaasurraa akka of qusatan, Mana Maree Federeeshinii…