Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Damee Teeknikaa fi Ogummaaf diijitaalaayizeeshiniin dhimma dorgomaa ta’anii itti fufuuti-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Damee Teeknikaa fi Ogummaaf diijitaalaayizeeshiniin dhimma filannoo qofa osoo hin taane dhimma dorgomaa ta’anii itti fufuu ta’uu Ministeerri Hojii fi…
Ityoophiyaa hunduu nagaan keessa jiraatuu fi dachee lalistuu taasisuuf waliin haa dhaabbannu-MM Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa hunduu nagaan keessa jiraatuu fi dachee lalistuu taasisuun dhaloota dhufu dhaalchisuuf waliin haa dhaabbannu jedhan Muummeen…
Godinichatti Ganna baranaa callaa kuntaala miliyoona 22 ol argachuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Qonna Gannaa baranaan callaa kuntaala miiliyoona 22 ol argachuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godina Arsii beeksie.
Godinichatti…
Naannichatti sagantaan duula Ashaaraa Magariisa bara kanaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Naannoo Amaaraatti sagantaan duula Ashaaraa Magariisaa bara kanaa Magaalaa Goondaritti eegaleera.
Sagantichi bakka Muummeen Ministiraa duraanii obbo…
Manni Marichaa Komishinichi sarbama mirga namoomaa garee shororkeessaa Shaneen raawwatame…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota UUmmataa Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa sarbama mirga namoomaa garee shororkeessaa Shaneen naannoo Gaambeellaa fi…
Dhaabbanni Booyiing Paarkii Indaastirii Ityoophiyaa keessatti oomishuuf fedhii qabaachuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Idil Addunyaa Booyiing jedhamu Paarkii Indaastirii keessatti oomishuuf fedhii qabaachuu ibse.
Hoggantoonnii fi ogeeyyiin dhaabbilee…
Dhaabbatichi Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Olankomiitti Giddugala Gargaarsaa Birrii miliyoona 500…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Walgargaarsaa ‘Baabuul Keeyir’ Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejersa Lafoo Magaalaa Olankomiitti Giddugala Gargaarsaa, Bashannanaa fi Leenjii…
Komishinichi deeggarsi midhaan nyaataa meetrik tooniin kumni 138 ol naannoo Tigraayiif ergamuu…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Waggaa darbe baatii Adoolessaarraa eegalee deeggarsi midhaan nyaataa meetrik tooniin kumni dhibbi 1 fi kumni 38 ol naannoo Tigraayiif ergamuu…
Koreen Waldaa Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa qonnaan bultoota kuma 15f deeggarsa sanyii filatamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Koreen Waldaa Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa qonnaan bultoota sababa walitti bu’iinsaan qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an kuma 15f…
Tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu amantaa Ummanni mootummaarratti qabu cimsa – Miseensota…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Tarkaanfiin Olaantummaa seeraa kabachiisuu fudhatamaa jiru amantaa Ummanni mootummaarratti qabu cimsa jedhan Miseensonni Koree Hojii…