Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoolee kamuu keessatti lammiilee nagaarratti miidhaan qaqqabu dhimma Ityoophiyaanoota hundaati…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Naannoolee kamuu keessatti lammiilee nagaarratti miidhaan qaqqabu dhimma Ityoophiyaanoota hundaati jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo…
Paartichi yaadota biyyaalessaa haaraa Ityoophiyaa madaalan hojiirra oolchuu kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaadota biyyaalessaa haaraa Ityoophiyaa madaalan hojiirra oolchuu kan itti fufu ta’uu Miseensonni Koree Hojii Raawwachiistuu…
Sagantaan ifoomsa ijaarsa nageenyaa dubartoota Ityoophiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Sagantaan ifoomsa ijaarsa nageenyaa dubartoota Ityoophiyaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Sagantichi bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee…
Ityoophiyaan rakkoo garaagaraa keessa darbaa jiraattus hojiin biyyaa fi uummataaf bu’aa buusu…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo garaagaraa keessa darbaa jiraattus hojiin biyyaa fi uummataaf bu'aa buusu hedduun hojjetamaa jiraachuu Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa…
Godina Jimmaatti duula Ashaaraa Magariisaan biqiltuun miiliyoonni 100 dhaabame
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa aanaalee 20 fi magaalota 2tti duula Ashaaraa Magariisaan biqiltuun miiliyoonni 100 dhaabame.
Sadarkaa Godina Jimmaatti Sagantaa…
Naannoo Kibbaatti sagantaan eegalchiisa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan godina Gaamootti…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti sagantaan eegalchiisa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan godina Gaamoo Aanaa Boonkeetti gaggeeffameera.…
Manni Maree Ce’umsa Qonnaa Oromiyaa hundaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Manni Maree Ce’umsa Qonnaa Oromiyaa hundaa’uu ibsameera.
Manni Marichaa bakka Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaasteraa Misooma…
Mootummaan Deenimaark Ityoophiyaatti waliin ga’iinsa Bishaan Dhugaatiif Doolaara miiliyoona 10…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Deenimaark Ityoophiyaatti waliin ga’iinsa Bishaan Dhugaatiif Doolaara miiliyoona 10 arjoomuu UNICEF Ityoophiyaan beeksiseera.
Mootummaan…
Ministeerichi Sagantaa Ashaaraa Magariisaa “ Namni tokko biqiltuu 100 dhaabuu” jedhu eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Sagantaa Ashaaraa Magariisaa “ Namni tokko biqiltuu 100 dhaabuu” jedhu eegalchiisuu ibsameera.…
Preezdaant Saahilawarq Tajaajilli Gargaarsaa Kaatolikii waggoota darban keessa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Kaardinaalii Mana Amantaa Kaatooliikii Ityoophiyaa Birihaane Iyyasuus Suraafeelii fi Preezdaantii…