Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen ABUT xiyyaarri deeggarsa namoomaa imalchiisan buufata xiyyaaraa Maqalee akka hin qubanne…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT xiyyaarri deeggarsa namoomaa fe’anii gara naannoo Tigraay balali’an buufata xiyyaaraa Maqalee akka hin qubanne…
Humnoota shororkeessitootaa fi nageenyaa biyyaalessaaf yaddoo ta’anirratti tarkaanfiin fudhatamu…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Naannoo kamittuu kan socho’an shororkeessitootaa fi nageenyaa biyyaaf yaaddoo kan ta’an humnootaa ergamtootaa irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee kan…
Ityoophiyaatti namoota balaa umamaa fi namtolcheen miidhaman itti fufiinsaan dandamachiisuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota balaa uumamaa fi namtolcheen miidhaman itti fufiinsaan dandamachiisuuf hojjetamuu akka qabu Komishinarri Hooggansa Soda Balaa…
Lammiileen kuma 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee deebisuu gaggeeffameen lammiileen kuma 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.…
Oomishni Simintoo Fuhaan wuhaan faayidaarra akka hin oolleef dhorkame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Oomishni Simintoo Fuhaan wuhaan faayidaarra akka hin oolleef dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.
Simmintoon…
Guddinni magaalotaa haala jireenya lammiilee jijjiiruun hogganamuu qaba jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Guddinni biyyoota hedduu kan madaalamu guddina magaalotaan waan ta’eef, guddinni magaalotaa keenya haala jireenya lammiilee jijjiiruun hogganamuu qaba…
Abbootiin qabeenyaa Naannoo Ummatoota Kibba-Lixaa Ityoophiyaa qabeenya umamaan badhaadhe akka…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Sagantaan filmaatawwan invastimantii beeksisuu fi galii walitti qabuu Naannoo Ummatoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa har’a Finfinnee Hoteela Sharaatanitti…
Mootummaan naannoo Oromiyaa Naannoo Sidaamaatiif deeggarsa meeshaalee ammayya’aa galmeessa ragaalee…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Naannoo Sidaamaatiif deeggarsa meeshaalee ammayya’aa galmeessa ragaalee bu’uuraaf oolan taasisuu ibsame.
Naannoon…
Ministeerichii fi Dhaabbanni Misooma Indaastirii DhMG dhimmoota garaagaraarratti waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii fi Dhaabbanni Misooma Indaastirii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimmoota garaagaraarratti waliin…
Shororkeessaa shanee dabalatee humnoota seeraan alaarratti tarkaanfiin fudhatamu cimee itti…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Garee Shororkeessaa shanee dabalatee humnoota seeraan alaarratti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu fudhatamu cimee itti fufa jedhan…