Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni Birriin sobaa kumni 58 harkatti qabame to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Namoonni Birriin sobaa kumni 58 harkatti qabame 2 to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Ambaasaaddar Tafarii Mallas hojiilee nageenya mirkaneessuu fi misoomaa mootummaan hojjechaa…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Tafarii Mallas hojiilee nageenya mirkaneessuu fi misoomaa mootummaan hojjechaa jirurratti miseensota paarlaamaa Ingiliziif ibsa…
Hariiroon Ityoophiyaa fi Hindii wantoota hedduun walitti hidhamee kan baroota dheeraa…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Hariiroon Ityoophiyaa fi Hindi wantoota hedduun walitti hidhamee kan baroota dheeraa lakkoofsiseedha jedhan Ministirri Dhimma Alaa Hindii…
Koreen Hojii Raawwachiiftuu tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee akka itti fufu…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa tarkaanfiin olaantumaa seeraa kabachiisuu cimee akka itti fufuf kallattii ka’eera.
Koreen Hoji…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Uummattoota Kibbaa yaa’ii idilee 14ffaa marsaa 3ffaa bara hojii 9ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’iisaa kanaan…
Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa har’a jalqabe
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee isaa har’a gaggeessuu eegaleera.
Koreen Hojii Raawachiiftuu walga'ii har’a eegaleen,…
“Nageenyi bu’uuraa waan hundaati; bu’uurri nageenyaa ammoo nama” Obbo Binnaalfi Anduwaalem
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – “Nageenyi bu’uuraa waan hundaati; bu’uurri nageenyaa ammoo nama” jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Anduwaalem.
Konfiransiin…
Preezidaanti Saahilawarq ajjeechaa iddoolee garaagaraatti lammiilee nagaarratti raawwatame…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Preezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ajjeechaa tibbana iddoolee garaagaraatti lammiilee nagaarratti raawwate balaaleffataniiru.…
Biyya egereenshee abdii qabduu fi guddatte ijaaruuf daa’imman irratti hojjachuun barbaachisaadha-…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Biyya egereenshee abdii qabduu fi guddatte ijaaruuf daa’imman irratti hojjachuun barbaachisaa ta’uu Hoggantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa fi…
Himatamtoonni namoota 6 haala suukaneessan ajjeesan adabbii umrii guutuu adabaman
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Godina Beenchii Shakkoo aanaa Kibba Beenchii ganda Jaanchuutaatti himatamtoonni namoota 6 haala suukaneessaan ajjeessan 4 hidhaa cimaa…