Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Jimmaatti duula ashaaraa magariisaa baroottan darbaniin bu’aan qabatamaan…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti hojii duula ashaaraa magariisaa baroottan darban hojjetameen bu'aan qabatamaan mul'achuun himameera.
Godinichatti…
Sababa galteen adda citee kan ture lakkoofsi gabatee konkolaattootaa borurraa jalqabee ni laatama
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Sababa galteen adda citee kan ture lakkoofsi gabatee konkolaattootaa Koodii -2 borurraa jalqabee kan laatamu ta’uu Abbaan…
Yaa’iin Chaayinaa-Gaanfa Afrikaa xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Yaa’iin Chaayinaa-Gaanfa Afrikaa tokkummaa fi walkabajaa haala mirkaneessuun danda’amurratti mari’achuun xumurameera.
Yaa’ichi xumuramuu ilaalchisee…
Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti namni dhuunfaan Noottii Birrii Sobaa kuma 39 ol baankii galchuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti aanaa 01 tti namni dhuunfaan Noottii Birrii Sobaa kuma 39 ol baankii galchuuf ture harkaaf harkatti…
Ministeerri Haqaa fi Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa misooma humna namaarratti waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Ministeerri Haqaa fi Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa misooma humna namaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaan.
Deetaan Ministiraa…
Dhaabbileen 24 baajata eeyyamameefiin ol fayyadamaniiru jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Baajata isaaniif eeyyameen ol kanneen fayyadaman dhaabbileen 24 argamuu Oodiitarri Olaanaa Federaalaa beeksise.
Waajjirrii Oodiitara Olaanaa…
Waltajjiin marii rakkoolee Paarkiiwwan Indaastirii Agiroo-Piroosesiingii hambisuu gaggeefamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Rakkoolee Paarkiiwwan Indaastirii Agiroo-Piroosesiingii mudatu hambisuuf waltajjiin marii Paarkii Indaastirii Yirgaalamitti gaggeeffameera.…
Gootichi raayyaa ittisa biyyaa oopireeshiniin kaleessa gaggeessuu eegaleen hojiilee barsiisoo…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Gootichi raayyaa ittisa biyyaa oopireeshiniin kaleessa gaggeessuu eegaleen hojiilee barsiisoo hojjetaa jira jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Ityoophiyaanonni irree tokkoomeen har’arraa eegalanii biqiltuu akka dhaaban MM Abiy Ahimad waamicha…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni duula ashaaraa magariisaa baranaarratti irree tokkoomeen har’arraa eegalanii biqiltuu akka dhaaban Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Sagantaan Nyaata Addunyaa manneen barnootatti nyaata barattootaa akka deeggaruuf gaafatame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Sagantaan Nyaata Addunyaa manneen barnootatti sagantaa nyaata barattootaa akka deeggaruuf Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa…