Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayiif akka dhiyaatu tarkaanfii mootummaan fudhate kan dinqisiifatu…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa…
Naannoo Afaaritti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti sagantaan Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun eerame.
Sagantaa kanarratti hoggantoonni olaanoo naannichaa fi kutaaleen…
Sirni jalqabbii sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Sirni Jalqabbii sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa Magaalaa Finfinnee Giddugala Biqiltuuwwanii Guullalleetti gaggeeffamaa jira.…
Biqiltuuwwan bara kana dhaabbiif qophaa’aan keessaa % 52 wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf kan…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Biqiltuuwwan bara kana dhaabbiif qophaa’aan keessaa % 52 wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf kan gargaaran ta’uu Ministeerri Qonnaa Beeksise.…
Daandiin milkaa’iinaa qormaataan kan guutame ta’uu hubachuun gatii fi wareegama…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) –Lammiilee nagaa ajjeesuun gochaa moo'atamtootaati jedhan Preezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.
Naannoo Oromiyaatti nageenya…
Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun bunaa miliyoonni 600 dhaabbachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun bunaa miliyoonni 600 dhaabbachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Oromiyaatti biqiltuu bunaa biliyoona 1.3…
Hojii olaantummaa seeraa mirkaneessuu mootummaan eegalame shira gareewwan shororkeessitootaan…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Hojiin olaalntummaa seeraa mirkaneessuu mootummaan eegalame shira gareewwan shororkeessitootaan hingufatu jedhe Tajaajillii Kominikeeshinii Mootummaa.…
Obbo Ashaadlii Hasan naannichatti qophii Ashaaraa Magariisaa bara kanaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasanii fi Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf qophiin biqiltuu fi boolla qopheessuu xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf qophiin biqiltuu fi boolla iddoo dhaabbii qopheessuu xumuramuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Gumbii Bordoddeetti roobni bubbee fi cabbiin makatee roobe miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee Magaalaa Bordoddeetti, rooba bubbee fi cabbiin walmakee roobeen, qabeenyi manca'uu fi namoota irra miidhaa…