Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen kuma 1034 Sa’uudiirraa gara biyyatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Marsaa sadiin hojii lammiilee biyya alaarraa deebisuu gaggeeffameen Sa’uud Arabiyaarraa lammiilee kuma 1034 gara biyyatti deebi’aniiru.
Kanneen…
Dubartoonni Miseensota Mana Maree Magaalaa Finfinnee baroottan dhufan hojii fooyya’aa hojjechuu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa yaa’iin waliigalaa hundeeffama kokasii dubartoota Miseensota Mana Maree Finfinnee bara filannoo marsaa 3ffaa gaggeeffameera.
Wayita…
Yuunvarsiitiin Salaalee mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 15 ol arjoome
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Salaalee mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 15 ol guyyaa har’aa arjoomeera.
Kitaabilee kanneen Ittaanaan Preezdaantii Qorannoo…
Oromoon daagaa hidhee dhiqama biyyee hambisa, Biqiltuu dhaabee bosona kunuunsa, bishaan cimmisee…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Tajaajila Lammummaa Ashaaraa Magariisaaf waamicha dhiyeessaniiru.…
Baha Naannoo Amaaraatti qaamoleen badii kumni 11 ol mootummaaf harka laachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Baha Naannoo Amaaraatti qaamoleen badii kumni 11 ol mootummaaf harka laachuu Biiroon Bulchiinsaaf nageenyaa naannichaa beeksiise.
Caasaaleen…
Finxaaleyyiin kufaatii irra ga’een abdii kutachuun tarkaanfii haaloo ba’iinsaa fudhachaa jiru-Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Qindoomina ummataa fi qaamolee nageenyaan gareewwan finxaaleyyiin injifatamani abdii kutachuun kufaatti irra ga’eef tarkaanfii haaloo ba’iinsa…
Sagantaan shaakala hojii gurmaa’insa dargaggootaa dargaggoota kuma 70 hojii waliin walquunnamsiisa-…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Sagantaan shaakala hojii gurmaa’insa dargaggootaa dargaggoota magaalota 11 kuma 70 hojii waliin kan walquunnamsiisu ta’uu Ministeerri Hojii fi Ogummaa…
Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Magaalaa Boongaa galan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Naannoo Ummatoota Kibba-Lixaa Ityoophiyaa, Magaalaa Boongaa galaniiru.
Wayita Magaala Boongaa…
Jilli Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Gamtaa Awurooppaan durfamu Godee gale
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Jilli Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Gamtaa Awurooppaa Jaaneez Leenaarsiik fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Gamtichaa Roonaald Koobiyaan…
Duulli talaallii vaayirasii koronaa marsaa 3ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Duulli talaallii vaayirasii koronaa marsaa 3ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegaluu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinee beeksise.
Sirni…