Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin nageenyaa Gaanfa Afrikaa-Chaayinaa jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) -Yeroo jalqabaatiif yaa’iin nageenyaa Gaanfa Afrikaa-Chaayinaa (China-Horn Africa) Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iin jalqabaa kun,…
Amaaraa Miidiyaa Koorporeeshin chaanaalii afaanota 10’n tamsaasu hojii eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Dhaabbanni miidiyaa Amaaraa Miidiyaa Koorporeeshin, chaanaalii “Hibir AMC” jedhuun chaanalii televiizhinii afaanota 10’n tamsaasuu hojii…
Haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatamuu fi humnoota seeraan alaa qabeenya isaanii…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatamu fi humnoota seeraan alaa qabeenya isaanii barbadeessaniif obsa hin qabnu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI…
Godina Wallagga Bahaatti bara kana biqiltuu Bunaa miiliyoona 127 dhaabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaatti bara kana biqiltuu Bunaa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 27 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Hojiileen misooma qonnaa boroo wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Hojiileen misooma qonnaa boroo wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy…
Yaa’icharratti hirmaachuuf bakka bu’oonni biyyoota garaagaraa Finfinnee gala jiru
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Yaa’ii Nageenyaa fi Misoomaa biyyoota gaanfa Afrikaa fi Chaayinaa guyyaa boruu eegalu irratti hirmaachuuf bakka bu’oonni biyyoota garaagaraa Finfinnee…
Obbo Muusxafee Mahaammad proojektiiwwan magaalaa Jigjigaatti hojjetaman qulqullinaan yeroo…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammad proojektiiwwan magaalaa Jigjigaatti hojjetaman qulqullinaan yeroo qabameefitti akka…
Ministirri Ministeera Haqaa hoggantoota diyaaspooraa Beeljiyeemii fi Neezarlaand jiraatan waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos hoggantoota diyaaspooraa Beeljiyeemii fi Neezarlaand jiraatan waliin dhimmoota haala yeroo…
Rakkoo nageenyaa sarara baaburaa Ityoo- Jibuutii irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii rakkoo nageenyaa sarara baaburaa Ityoo- Jibuutii adda baasuun yaada furmaataa dhiyeessuurratti kaayyeffate gaggeeffameera.…
Handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti aadaa Oromoo babal’isuuf hojiin eegale cimee kan itti…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti aadaa Oromoo babal'isuuf hojiin eegale cimee kan itti fufu ta’uu ibsameera.
Ijaarsi Galma Tiyaatira…