Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti aadaa Oromoo babal’isuuf hojiin eegale cimee kan itti…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti aadaa Oromoo babal'isuuf hojiin eegale cimee kan itti fufu ta’uu ibsameera.
Ijaarsi Galma Tiyaatira…
Sirni beekamtii kennuu Raayyaa uummataa magaalichaa gaggeeffameera
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Nageenya magaalichaa kabachiisuurratti ga’ee raayyaan uummataa magaalaa Finfinnee ba’ate ilaalchisuun sirni beekkamtii kennuu Paarkii Michummaatti…
Waldichi fayyadamummaa dargaggootaaf hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Waldaan Dargagoota Caffee Hoji Gamtaa Galiigalaa Oromiyaa fayyadamummaa dargaggootaa mirjkaneessuuf hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Waldichi…
Ga’umsa tajaajiltummaa fi qophaa’ummaa cimsuun uummata keenya ga’umsaan ni tajaajilla- Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Ga’umsa tajaajiltummaa fi qophaa’ummaa cimsuun uummata keenya ga’umsaan ni tajaajilla jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Feestivaalli Aadaa fi Aartii Afrikaa Bahaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa ture xummurame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) –Feestivaalli Aadaa fi Aartii Afrikaa Bahaa mata duree "Aartii fi Aadaan walitti hidhamiinsa Naannawaaf’’ jedhuun Waxabajjii 7 eegalee Finfinneetti…
MM Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon hojiilee misoomaa magaalaa Finfinneetti…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon hojiilee misoomaa namaarratti xiyyeeffachuun magaalaa Finfinneetti…
Magaalichatti balaa lolaa waqtii Gannaa ittisuuf koreen qindaa’ee xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Balaa lolaa waqtii Gannaa muudachuu danda'u ittisuuf koreen qindaa'ee xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Ganda Toleetti gareen Shanee tarkaanfii gara jabinaa lammiilee…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Ganda Toleetti gareen shororkeessaa Shanee tarkaanfii gara jabinaa lammiilee nagaarraatti fudhateen lubbuun namootaa…
Nageenya Magaalaa Gaambeellaa ittifufiinsaan mirkaneessuuf qaamoleen nageenyaa qindoominaan…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Nageenya Magaalaa Gaambeellaa ittifufiinsaan mirkaneessuuf qaamoleen nageenyaa qindoominaan hojjechuu akka qaban Preezdaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo…
Sarbamni mirga namoomaa nurra hingeenye-Shakkamtoota to’annoo seeraa jala jiran
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuutiin mirgi namoomaa shakkamtoota to’annoo seeraa jala jiraanii kan hinsarbamne ta’uu…