Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Nageenya barbaanna jechuun marii dhokataa taasifna jechuu miti”-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Daandiin hordofnu Ityoophiyaan nagaa akka taatu waan ta’eef nageenya barbaannaa jechuun keenya marii dhokata taasifna jechuu miti jedhan Muummeen…
Mariin walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Mariin walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate gaggeeffame
Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo…
Jilli Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Magaalaa Booramaa gale
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Somaalilaand magaalaa Booramaa galuu ibsame.
Jilichi wayita Booramaa…
Mariin beekkamtii ummataan alatti taasifamuu eegale hin jiru – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Biyyattiitti nageenya waaraa mirkaneessuuf mariin beekkamtii ummataan alatti taasiifamu hin jiru jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii Magaalaa Baatuutti kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii qindoomina Giddugala Aadaa Oromoo fi Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaan guyyoota 15'f Magaalaa Baatuutti kennamaa…
Mootummaan barana xaa’oof Birrii biiliyoona 15 deegarsa taasise – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Barana hojiilee qonnaa gaggeeffamaniif mootummaan xaa’oof Birrii biiliyoon 15 deegarsa taasiseera jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Damee…
Carraan gabaa AGOWA fi kanneen biroon cufamanis alergeen Ityoophiyaa %50 ol dabaleera jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Carraan gabaa AGOWA fi kanneen biroon cufamanis alergeen oomisha indaastirii Ityoophiyaa %50 ol dabaluu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan.…
“Yaadota biyya jijjiiruu danda’an dhaabbilee keessatti bu’uuressuun hojiilee biyya ceesisan…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Imala jijjiirramaa ilaalchisee Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa ka’aniif deebii…
Hojiilee hojjetameef beekkamtii kennaa kan hafan milkeessuuf tattaaffachuun hojii ijoo ta’uu qaba –…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Hojiilee hojjetameef beekkamtii kennaa kan hafan milkeessuuf tattaaffachuun hojii ijoo ta’uu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Qaala’iinsa gatii dandamachuuf qaamni hundi ga’ee irraa eegamu ba’uu qaba – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Qaala’iinsa gatii dandamachuuf qaamni hundi ga’ee irraa eegamu ba’uu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…