Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti sagantaan guyyaa tokkotti biqiltuu bunaa miiliyoona 10 dhaabuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa godina Kafaatti sagantaan guyyaa tokkotti biqiltuu bunaa miiliyoona 10 dhaabuu ifatti eegaluu ibsameera.…
Dhaabbiileen Misooma Naannoo Oromiyaa humna si’eessituu misooma naannoo keenyaati- Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbiileen Misooma Naannoo Oromiyaa humna si'eessituu misooma naannichaa ta’uu Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa…
Hojjetoota mootummaaf raabsii zayitaa fi sukkaaraa kan gaggeeffamu ta’uun eerame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Dhiibbaa qaala’iinsaa jireenyaa hojjettoota mootummaa salphisuuf zaayita liitira miiliyoona 6 olii fi sukkaara kuntaala kuma 300 ol baatii Waxabajjii…
Naannoo Gambeellaattii Seer maleessummaa to’achuu fi olaantummaa seera kabachiisuuf humnoota…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Naannoo Gambeellaa Seer-maleessummaa to’achuu fi olaantummaa seera kabachiisuuf humnoota nageenyaa sadarkaan jiran cimsuuf…
Mootummaan naannichaa hanqina simmintoo furuuf dhaabbilee oomishtoota waliin mari’achuun murtoo…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee hanqina simmintoo naannichaa furuuf dhaabbilee oomishtoota simmintoo waliin mari’achuun murtoo dabarsuu ibsame.…
Kubbaaniyyaan saatilaayitii Oriyoon misoomaa saatilaayitii fi dhimmoota walqabatanirratti…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeeraa Innooveeshinii Fi Teeknooloojii Dooktar Ballaaxaa Mollaa garee jilaa Preezdaantii fi Abbaa Qabeenyaa Kubbaaniyyaa…
Diyaaspooraan qabeenya walitti qabuu fi paabilik dippilomaasii eegale cimsee akka itti fufu waamichi…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Miidhaa kutaa Kaabaa Ityoophiyaatti mudateef hojiilee qabeenya walitti qabuu fi paabilik dippiloomaasii diyaaspooraan jalqabe cimee akka itti fufu…
Kutaa magaalaa Booleetti ijaarsa warshaalee daabboo 3’f dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Booleetti ijaarsa warshaalee daabboo 3’f dhagaan bu’uuraa kaa’amuu ibsame.
Warshaaleen kunneen deeggarsa abbootii…
Deeggarsi boba’aa yaadame yeroo qabameefitti hojiirra ni oola jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Sirni deeggarsa boba’aa yaadame yeroo qabameefitti hojiirra kan oolu ta’uu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikii beeksise.
Ministeerri Geejjibaa fi…
Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin waliigaltee liqaa Yuuroo miiliyoona 22 mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin paarkiiwwan indaastirii qonnaa qindaa’aaf kan oolu waliigaltee liqaa Yuuroo miiliyoona 22 mallateessan.…