Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wixineewwan seeraa naannoleen qophaa’an irratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Wixineewwan seeraa naannoleen qophaa’an irratti galtee walitti qabuuf mariin gaggeeffamaa jira.
Waltajjicha Ministeerri haqaa fi biiroleen haqaa…
MM Abiy Ahmad Ministira Dhimma Alaa Xaaliyaan waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Xaaliyaanii Luwiijii Dii Maayoo waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis dhimmoota biyyoota…
Ityoophiyaa fi Ikkuwaatooriyaal Giiniin damee albuudaan walta’iinsaan hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Ikkuwaatooriyaal Giiniin damee albuudaan walta’iinsaan hojjechuu haalota dandeessisanirratti mari’ataniiru.
Ministirri…
Rakkoo nageenyaa naannichatti mudate qolachuuf hawaasa hunda hirmaachisuun tattaaffiin taasifameera-…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa naannoo Uummattoota Kibbaatti mudate qolachuuf hawaasa hunda hirmaachisuun tattaaffiin taasifamuu Preezdaantiin naannichaa Obbo…
Weellisaa Daawwit Naggaa du’aan boqote
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) –Weellisaa Daawwiti Naggaa (Damana) du’aan boqote.
Wallisaan kun guyyoota afuriin dura dhibee tasa mudateen Hospitaalaa Addis Hiwotittii…
Ityoophiyaanonni Kuweetiin jiraatan haalota deeggarsa biyya isaaniif taasisanirratti mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Kuweetitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Hasan Taajuu Ityoophiyaanota biyyatti jiraataan waliin haalota deeggarsa biyya isaaniif taasisan cimsuun…
Walga’iin waloo Komishinii Ministirootaa Ityoo- Naajeeriyaa 3ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Walga’iin waloo Komishinii Ministirootaa Ityoo- Naajeeriyaa 3ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’ichaan, daawwannaa Muummeen…
Ministirri Dhimma Alaa Xaaliyaanii daawwannaa hojiif Finfinnee seenan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Xaaliyaan Liwiijii Dii Maayoo daawwannaa hojiif Finfinnee seenaniiru.
Ministirchi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Xumurri waltajjii marii nageenyaa hawaasa Iisaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Xumurri waltajjii marii nageenyaa hawaasa Iisaa Naannoo Afaarii fi Somaalee Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi hawaasa…
Humnoota farreen nageenya ummataa gama qulqulleesuutiin hojiileen bu’a qabeessa ta’an hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Humnoota farreen nageenya ummataa gama qulqulleesuutiin Raayyaan Ittisaa qaamolee nageenyaa biroo waliin qindoominaan hojiilee bu’aa qabeessa…