Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koomishinichi meeshaalee ijaarsaa seeran alaa to’ate ijaarsa manneen harka qalleeyyiif oolchuun kan…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Koomishiniin Gumurukaa meeshaalee ijaarsaa seeraan alaa hattota harkaa to’atee tarkaanfii seeraa fudhachuun ijaarsa manneen harka qalleeyyiif akka…
Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa Finfinneetti appaartamaa ijaarsise eebbise
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) - Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa Finfinnee naannawaa Qabbannaa fi Garjiitti ijaarsise har’a eebbisiiseera.
Sirnicharratti qondaaltonni…
Nageenya waaraa magaalotaaf tumsi abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa murteessaadha-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) - Nageenya waaraa magaalotaaf tumsi abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa murteessaa ta’uu Preezdaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa…
Nageenya Ardiif biyyoonni Afrikaa biroon muuxannoo Poolisii Federaalaa Ityoophiyaa qooddachuun…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) - Nageenya Ardiif biyyoonni Afrikaa biroon muuxannoo Poolisii Federaalaa Ityoophiyaa qooddachuun waliin hojjechuu akka qaban Hoji Gaggeessituu Dhaabbata…
MM Abiy Ahimad daawwanna isaanii Somaaliyaa fi Jibuutii xumuruun deebi’aniiru
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa isaanii Somaaliyaa fi Jibuutii xumuruun har’a gara biyyaatti deebi’aniiru.
Muummee Ministiraa…
Aadde Adaanecha Abeebee Daayrektara Ejensii Misoomaa Gamtaa Afriikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Kantiibaan Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Daayrektaraa Eejensii Misoomaa Gamtaa Afrikaa Aadde Naardoos Baqqalaa waliin waajjira…
Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 308 Tigiraayiin ga’uu eerame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) - Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fea’an 308 torban kana keessaa Naannoo Tigiraayiin ga’uu Sagantaan Nyaataa Addunyaa beeksise.
Sagantaan…
Adaamaatti Hidha Guddichaaf boondiin Birrii miiliyoona 33 ol bitame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) Guyyoota afur keessatti deeggarsa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf boondiin Birrii miiliyoona 33 fi kuma 400 olii bitamuu Kantiibaan Bulchiinsa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 3 fi 673 dhiifama taasise
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Mootummaa Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa yeroon adabbii isaanii ulaagaa Seeraan kaa’ame guutan, Dhiira 3,419 fi Dubartii 254, walumaagalatti…
Raabsitootaa fi gurgurtoota simmiintoo gabaa gufachiisan gabaan ala taasifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) Raabsitootaa fi gurgurtoota simmiintoo gabaa isaa gufachiisan sirna gabaa keessaa ala taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…