Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiwwan shanan dhufaniif gatii mana kiraas ta’e kireeffattoota mana gadi dhiisisuun…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) Bulchiinsi Magaala Dirree Dhawaa baatiiwwan shanan dhufaniif jiraattonni manneen kireessan gatii mana kiraa dabaluus ta’e, kireeffattoota mana gadi…
Bulchiinsi magaalichaa jiraattota naannawaa sodaa balaa lolaa qabanitti argaman hubachiise
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfnnee Gannaa baranaan walqabatee jiraattota naannawaa sodaan balaa lolaa umamuu maluutti argaman gamanumaa eeggannoo…
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara dhufurraa eegalee yunivarsitii ofiin of bulchu ta’a-Ministeera…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee bara dhufurraa eegalee gidduu seentummaa mootummaarraa walaba ta’uun yuunivarsiitiin ofiin of bulchu akka ta’uu…
Yuunivarsiitichi muummeewwan Fayyaa, Seeraa fi Injiinariingiin barattoota barsiisaa ture jalqabaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota muummeewwan Fayyaa, Seeraa fi Injinariingiin barsiisaa ture yeroo jalqabaatiif har’a eebbisiiseera.…
Obbo Dammaqaan Ambaasaaddaroota Gamtaa Awurooppaaf ibsa kennan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ambaasaaddaroota Koree Siyaasaa fi Nageenyaa Gamtaa Awurooppaa…
Ministeerri Galiiwwanii baatii Caamsaattii galii Birrii biiliyoonaa 26 ol walitti qabe
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) –Ministeerri galiiwwanii baatii Caamsaa darbe qofa galii Birrii biiliyoonaa 26.9 ol walitti qabuu Ministirri Ministeerichaa Obbo Laaqee Ayyaalewu…
Duukamitti sibiila toonii 450 omishuu kan danda’u ijaarsi warshaa sibiilota xumuramuun eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Guyyaatti Sibiilota toonii 450 baqsuun ‘feerroo’ 600 oomishuu kan danda’u indaastiriin oomisha sibiilotaa Magaala Duukamitti ijaarame har’a…
Barana baadiyyaa Naannoo Oromiyaatti manneen ammayyaa kumni 50 ni ijaaraamu jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Barana akka Naannoo Oromiyaatti taljaajila tola ooltumma fi sagantaalee garagaraan baadiyyatti manneen ammayya kumni 50 ni ijaaraamu jedhan Sadarkaa…
Waajjirri Giifti Duree Godina Guraagee Aanaa Abashgeetti mana barnootaa sadarkaa 2ffaa ijaarsise…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Waajjirri Giifti Dureen Godina Guraage Aanaa Abashgeetti manni barnootaa sadarkaa 2ffaa ijaarame har’a eebbifameera.
Mana barnootichaa Giifti…
Obbo Dammaqaa Mokonniin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Mikaa’eel Haarmaan waliin…