Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaddaroonni biyyoota garagaraa fi hoggantoonni dhaabbilee idila addunyaa proojektoota ijaaramaa…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Ambaasaddaaroonni biyyoota garagaraa, hoggantoonni dhaabbilee idila addunyaa proojektoota Magaalaa Finfinneetti ijaaramaa jiran daawwataniiru.…
Bu’a qabeessumaa bu’uuraalee misoomaaf hojmaataa qindaawaaa cimsuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC)- Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa gaggeeffamanirratti hojmaataa qindaa’aa cimsuun bu’a qabeessaa taasisuun barbaachisaa ta’uu Ministeerri Magaalaa fi…
Dhimmoota biyyaalessaarratti iftoominaan mari’achuun waliigalteerra ga’uun dhimma egeree…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC)- Dhimmoota biyyaalessaarratti iftoominaan mari’achuun waliigalteerra ga'uun, dhimma egeree biyyaa ijaaruuti jedhan De’eetaan Ministiraa Ministeera…
Manni Kitaabaa Biyyaalessaa kitaabilee miiliyoona sadii Mana Kitaabaa Abrihootiif arjoome
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) Ejensiin Mana Kitaabaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif kitaabilee miiliyoona sadii arjoomeera.
Daayrektarri Olaanaa Ejensii…
Lammiileen Ityoophiyaa kuma1 fi 169 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) Saa’ud Arabiyaatti lammiileen rakkoo keessa turan kuma 1fi 169 har’a gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Kanneen deebi’an hundi dhiirota…
Balaa shororkeessummaa ittisuuf hojiin walta’iinsa naannawaa fi idil addunyaa guddisuu hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) Balaa shororkeessumaa ittisuuf hojiin sadarkaa walta’iinsa naannawaa fi idil addunyaa guddisuu hojjetamaa jiraachuu Daayrektarrii Tajaajila Nageenya…
Ashaaraa Magariisaa marsaa afuraffaaf qophiin boollaa guutummaa biyyattiitti gaggeeffameera-MM Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa marsaa afuraffaa sagantaa kanaaf guutummaa biyyattiitti hojiin boollaa biqiltuu qopheessuu gaggeeffamaa turuu Muummeen Ministiraa…
Aadde Adaanach Abeebeen Manneen Jireenyaa waliinii Garjii daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Manneen Jireenyaa waliinii Garjii Korporeeshinii Manneen Federaalaan baatiwwan 18 keessatti…
Faaddaaltota seeraan alaan biyyaa ba’uuf kan turan dargaggoonni 100 ol to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaala Goondaritti faddaaltota seeraan alaan biyyaa bafamuuf turan kan jedhaman dargaggoonni 100 ol to’annoo jala ooluu Poolisiin…
Naannichatti qacarriin hojjettootaa seeraan alaa kumni 4 ol haqamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaatti qacarriin hojjettootaa seeraan alaa kumni 4 fi 155 haqamuu Biiroon Siivil Sarvisii fi Misooma Humna Namaa naannichaa…