Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tarkaanfiin seera kabachiisuu haala bu’aa qabeessa ta’een gaggeeffamaa jira- TKM
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Tarkaanfiin seera kabachiisuu haala bu’aa qabeessa ta’een gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Ministir Deetaan…
Qo’annoon qorannoo fi ce’umsa teknolojii saffisiisa jedhame ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Fooramii yuunivarsiitii indaastirii hundeessuun qorannoo fi ce’umsa teekinooloojii saffisiisuuf ni gumaacha kan jedhamee qo’annoon ifoome.…
Qorannoon dabalataa sarbama mirga namoomaa raawwataman jedhamerratti DhMG gaggessuuf karoorfate…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Qorannoon dabalataa sarbama mirga namoomaa raawwataman jedhamerratti Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gaggessuuf karoorfate fudhatama kan hin qabne…
Magaalaa Dirree Dawaatti naannawaa daldalaa bilisaa eegalchiisuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti naannawaa daldalaa bilisaa eegalchiisuuf mariin gaggeeffamuu ibsameera.
Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii…
Simpooziyeemiin misooma qabeenya bishaanii idil addunyaa 20ffaan Yuunvarsiitii Arbaa Minicitti…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Simpooziyeemiin misooma qabeenya bishaanii idil addunyaa 20ffaan Yuunvarsiitii Arbaa Minicitti gaggeeffamaa jira.
Simpooziyeemicharratti…
Hojiin ijaarsa Manneen Barnootaa Bu’uura Boruu bara kanaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Hojiin ijaarsa Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu bara kanaa eegaleera.
Naannoo Oromiyaatti bara kana tajaajila lammummaatiin manneen barnootaa Bu'uura…
MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Jibuutii seenan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad daawwannaa hojiif Jibuutii seenaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy turtii isaanii Soomaaliyaa xumurun Jibuutuu oggaa…
Hawaasaa fi qaamolee nageenyaa qindeessuun finxaalessummaa ittisuuf ni hojjetama-Dooktar Qana’aa…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Hawaasaa fi qaamolee nageenyaa qindeessuun finxaalessummaa ittisuuf kan hojjetamu ta’uu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee…
Godinchatti turistoota biyya keessaafi alaa kuma 43 ol irraa galiin Birriin Miliyoonni 67 ol argamu…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti baatiwwan 9 darbanitti turistoota biyya keessaafi alaa kuma 43 ol irraa galiin Birriin Miliyoonni 67 ol argamu Waajjirri Aadaa fi…
Naannoo Affaaritti Birriin seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 13 ol to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Naannoo Affaar godina godina Awusaatti Birriin seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 13 ol to’atamuu ibsameera.
Naannichatti buufata sakattoo…