Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humna dargaggootaa kan nu dhabsiisu daddabarsaa namootaa seeraan alaa ittisuu qabna- Obbo Jaanxiraar…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Humna oomishaa kan ta’e humna dargaggootaa kan miidhu daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuu qabna jechuun Itti Aanaan Kantiiba Magaalaa Finfinnee…
Godina Jimmaatti bara kana manneen qonnaan bultootaa ammayyaa kumni 1 ol ijaaramuufi
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti ijaarsi mana moodeela qonnaan bulaa baadiyyaa eegalameera.
Sagantaa ijaarsa mana qonnaan bulaa adda duree inisheetiivii haaraa…
Gamaaggamni raawwii hojii waajjiraalee Ministeerotaa bara 2014 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii waajjiraalee Ministeerotaa bara 2014 Awashitti gaggeeffamaa jira.
Bakka Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad argamanitti…
Qonna Arfaasaatiin omishi kuntaalli miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoonni 36 walitti qabameera jedhame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Qonnaa Arfaasaatiin oomisha kuntaala miiliyoonaa dhibba 3 fi miiliyoona 74 walitti qabuuf karoorafame keessaa oomisha kuntaalli miiliyoona dhibba 3 fi…
Biyya cimtuu taate ijaaruuf rakkoolee biyyaalessaa mariin furuu barbaachisadha- Dooktar Yiliqaal…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Biyya cimtuu taate ijaaruuf rakkoolee biyyaalessaa mariin furuu barbaachisu ta’uu Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa ibsan.…
Miseensota Poolisii Humna Addaa Naannichaa duula birmadummaa irratti hirmaataniif simannaan…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Miseensota Poolisii Humna Addaa Naannoo Uummattoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun duula birmadummaa irratti hirmaachuun yaalii…
ABUT deeggarsa namoomaa lammiilee nagaarraa fudhachuun dhaabbata muuxannoo qabudha- Dippiloomaatii…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – ABUT deeggarsa namoomaa lammiilee nagaarraa fudhachuun dhaabbata muuxannoo qabudha jedhan Dippiloomaatiin Awurooppaa duraanii.
Garichi muuxannoo…
Aadde Adaanach Abeebeen qonna magaalaa mooraa Abbaa Taayitaa kunuunsa naannoo magaalichaaa keessatti…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen sochii qonna magaalaa mooraa Abbaa Taayitaa kunuunsa naannoo magaalaa Finfinnee keessatti misoomaa…
Konkolaattoota fayyadamoo deeggarsa boba’aa ta’aniif Istiikeriin ifoome
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Konkolaattoota tajaajila uummataa kennan, warreen fayyadamoo deeggarsa boba’aa taasifamuuf jedhuu ta’aniif Istiikeriin adda baasu ifoomeera.…
Dhaabbatichi qonnaan bultoota kuma dhibba 6 oliif galtee qonnaa dhiyeessuuf akka ta’e beeksise
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Nyaataa fi Qonnaa(FAOn) qonnaan bultoota kaaba biyyattii waraanaaf saxilamoo ta’an kuma dhibba 6 fi kuma 20’f galtee qonnaa dhiyeessuuf…