Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsa Magaalaa Shaambuutti hojiin tajaajila lammummaa gannaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Bulchiinsa Magaalaa Shaambuutti hojiin tajaajila lammummaa gannaa mana namoota harka qalleeyyii Ijaaruufi suphuun…
Birmadummaan Ityoophiyaa wayita balaaf saaxilamee turetti Poolisiin adda durummaan hiriireera- MM…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Birmadummaan Ityoophiyaa wayita balaaf saaxilamee turetti birmadummaa biyyaa kabachiisuuf Poolisiin adda durummaan hiriiruu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Kitaabni Seenaa Oromoo Sooddoofi Haqa Tuulama jedhu eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Kitaabni Seenaa Oromoo Sooddoofi Haqa Tuulama jedhu eebbifameera.
Kitaabni mata dureen isaa "Seenaa Oromoo Sooddoofi Haqa Tuulamaa”jedhu Nagaash…
Yaa’iin walii galaa Abbootii Alangaa Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Yaa'iin walii galaa Abbootii Alangaa Oromiyaa Magaalaa Jimmaa galama Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa'ichi bakka anga’oonni olaanoon…
Dandeettii nageenya Uummata keenya hundaaf gaachana ta’uu nu dandeessisu ijaaraa jirra- Komishinar…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Dandeettii nageenya Uummata keenya hundaaf gaachana ta’uu nu dandeessisu ijaaraa jirra jedhan Ajajaan Qajeelcha Waliigalaa Poolisii Federaalaa Komishinar…
Sagantaan beekamtii kennuu hoggantoota fi miseensota Poolisii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Sagantaan beekamtii kennuu fi galateeffannaa hoggantoota fi miseensota Poolisii magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa jira.…
Mirgi odeeffannoo argachuu lammiilee akka kabajamu mootummaan hojjetaa jira – TKM
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Mirgi odeeffannoo argachuu lammiilee akka kabajamu mootummaan hojjetaa jiraachuu Tajaajilli Kominiikeeshinii Mootummaa ibseera.
Dhaabbanni Abbaa Gaar…
Yaa’iin Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa boru gaggeeffama
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Yaa'iin Abbootii Alangaa Waliigalaa Naannoo Oromiyaa guyyaa boru Jimmaatti akka gaggeeffamu eerame.
Yaa’ii kanarratti Abbootiin Alangaa…
Balaa tiraafikaa Godina Harargee Bahaatti mudateen lubbuun namoota 14 darbe
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Magaalaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 14 darbuu Qajeelchi Poolisii godinichaa beeksiseera.…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti humnoonni waamicha dhiyaateef simatan hojiilee misoomaarratti…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Humnoonni waamicha nageenyaa mootummaa simatanii fi leenjii fudhatan hojiilee misoomaarratti bobba’uu eegaluu isaanii Naannoo Beenishaangul Gumuzitti…