Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan 20 gara biyyaatti gaggeeffamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan 20 gara biyyaatti gaggeeffamuu ibsameera.
Lammiileen Ityoophiyaa kara seeraan alaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 38 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 38 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Kanneen keessaa daa’imman 158 fi…
Mootummaan rakkoolee Oomishaafi raabsa simintoo furuuf hojjetaa jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoolee Oomishaafi raabsa simintoo keessa turan furuuf hojjetaa jiraachuu Ittaanaan Aanaan Preezdaantii Mootummaa Naannoo…
Sirreeffamni hirphaa boba’aarratti taasifamu haala dhiibbaa diinagdee fi hawaasummaa hin uumneen…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Sirreeffamni hirpha boba’aarratti taasifamu haala dhiibbaa diinagdee fi hawaasummaa hin uumneen kan taasifamu ta’uu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii…
Poolisiin Federaalaa miidiyaalee marsariitii seeraan alaa 111 addaa baasuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Eeyyaama Tamsaamsaa utuu hinqabaatiin nageenyaa fi tasgabbii ummataa kanneen booressan, odeeffannoo ummattoota walitti buusaan kanneen tamsaasan…
Dhaabbileen garaagaraa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 4 ol gumaachan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 4 ol gumaachuu ibsame.
Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Magaalaa Finfinnee kitaabilee…
Rakkoo Uummataa furuuf yeroo kamiyyuu caalaa kutannoon ni hojjenna- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC)- Rakkoo Uummataa furuuf yeroo kamiyyuu caalaa kutannoon kan hojjetan ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dubbatan.
Aadde Adaanach…
Korporeeshinichi kiraa bakka ijaarsa warshaalee oomishaaf waldaalee lama waliin waliigaltee…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii kiraa bakka ijaarsaa warshaalee oomishaaf waldaalee lama waliin waliigaltee mallateesseera.…
Konfiransiin biyyaalessaa Kantiibotaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC)- Konfiransiin biyyaalessaa Kantiibotaa fi abbootii qabeenyaa damee dhuunfaa mata duree “ magaalota rakkoolee dandamatan, gocha Intarpirinarshiippiin…
Walitti bu’iinsa kutaa Kaabaan walqabatee deeggarsaa fi qorannoo taasifamaa jirurratti hawaasa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Waajjirri Humna Waloo Ministirootaa Ityoophiyaa kutaa Kaaba biyyattiitti walitti bu’iinsa mudateen walqabatee hojiilee deeggarsaa fi qorannoo gaggeeffamaa…