Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Konfiransiin biyyaalessaa Kantiibotaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC)- Konfiransiin biyyaalessaa Kantiibotaa fi abbootii qabeenyaa damee dhuunfaa mata duree “ magaalota rakkoolee dandamatan, gocha Intarpirinarshiippiin…
Walitti bu’iinsa kutaa Kaabaan walqabatee deeggarsaa fi qorannoo taasifamaa jirurratti hawaasa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Waajjirri Humna Waloo Ministirootaa Ityoophiyaa kutaa Kaaba biyyattiitti walitti bu’iinsa mudateen walqabatee hojiilee deeggarsaa fi qorannoo gaggeeffamaa…
Ityoophiyaan agarsiisa Tuurizimii Konfiransii Jarman Fraankifartitti gaggeeffamaa jirurratti…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan agarsiisaTuurizimii Konfiransii “IMEX Frankfurt 2022” Jarman magaalaa Fraankifartitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Barreessaa Dhaabbata Walta’iinsa Barnootaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) Itti Aanaa Muummee Ministiraa Fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Walta’iinsa Barnootaa Sheek Mansuur…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Toogoo Loomeerraan gara Waashingitanitti balalii haaraa eegale
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Toogoo Loomeerraan gara Waashingitanitti balalii haaraa eegaleera.
Duraan daandiin qilleensichaa Aayerlaandi…
Koreen nageenyaa naannoo Somaalee dhimmoota Waqtaawaa adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Koreen nageenyaa naannoo Somaalee dhimmoota Waqtaawaa adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Korichi bakka Preezidaantiin…
Ityoophiyaan Baha Afrikaatti yakka galaanarratti raawwatamu ittisuuf kan hojjettu ta’uu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Inisheetiivii Galaana Diimaa keessatti adda durummaan qooda fudhachuun Afrikaa Bahaa keessatti yakka galaanarratti raawwatamu…
Manni Maree Daldalaa Eemireetoota Araba Gamtoomanii hariiroo daldalaa Ityoophiyaa waliin qabu…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Manni Maree Daldalaa Eemireetoota Araba Gamtoomanii hariiroo daldalaa Ityoophiyaa waliin qabu cimsuuf qophii ta’uu mirkaneesseera.…
Dhaabbileen Idil addunyaa lammiilee kutaalee biyyattii garaagaraatti rakkoof saaxilamaniif walqixa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin dhaabbileen Idil addunyaa lammiilee kutaalee…
Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan proojektii bishaan dhugaatii Boongaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan, Naannoo Ummattoota Kibbaa Lixa Ityoophiyaa Magaalaa Boongaatti…