Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kalaqxoota jalqabaa deeggaruuf Labsiin qophaa’aa jira
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Labsiin abbummaa kalaqxoota jalqabaa deeggaruu fi jajjabeessuuf dandeessisu qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii…
Dhiyeessii tajaajiloota bu’uuraarratti qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan deeggartoota misoomaa waliin ta’uun lammiilee caalaatti fayyadamtoota taasisuuf dhiyeessii taajaajiloota bu’uuraa waliin ga’uuf…
Koreen dhaabbichaa aanaa Sinaanaatti kenna tajaajila seektaraalee mootummaa fi ijaarsa proojektootaa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) -Jilli miseensoota koree dhaabbii Caffee Oromiyaa Aadde Mastaawat Fayyisaan durfamu, kenna tajaajila sektaraalee mootummaa fi proojektoota…
Magaalota 11’f bu’uuraalee misoomaa elektirikaa ammayyaa’aa diriirsuuf qophiin taasifama jira…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Magaalota 11’f bu’uuraalee misoomaa elektirika ammayyaa’aa diriirsuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Dhimma Ityoophiyaa kan waloo taasifachuun eenyummaa fi egeree keenya boruuf murteessadha-Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Dhimma Biyyaarratti mari'achuun eenyummaa fi egeree keenya boruuf murteessaa ta'uun cinatti, waa'ee Ityoophiyaa dhalootaa haaraa barsiisuuf…
Sochii babal’ina Invastimentii guddisuuf, Investaroota haaraa fi buleeyyii simachuuf…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Sochii babal'ina Invastimentii guddisuuf, Invasteroota haaraa fi buleeyyii simachuuf mootummaan qophii guddaa qaba jedhan Preezidaantiin…
Daandiin qilleensichaa Kamisa dhufuu eegalee gara Cheenaayitiitti balallii eegaluufi
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Kamisa dhufuu eegalee gara Hindi magaalaa Cheenaayitiitti torbeen yeroo sadi balallii eegaluuf ta’uu beeksiseera.…
Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf yaaluun hin milkaa’u- Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Tattaaffiin Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf taasiifamu hin milkaa’u jedhan Itti gaaftaaman Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Naannoo…
Buna konteenaraan saamsanii erguun milkaa’inni mul’ate midhaan zayitaa fi dheedhiirrattis dabalamuu…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Buna konteenaraan saamsanii erguun milkaa’inni mul’ate midhaan zayitaa fi dheedhiirrattis dabalamuu akka qabu Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Warshaan Kookaa Kollaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Warshaan Kookaa Kollaa Bulchiinsaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifameera.
Sirna eebbaa kanarratti Preezidaantiin Bulchiinsa…