Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf yaaluun hin milkaa’u- Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Tattaaffiin Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf taasiifamu hin milkaa’u jedhan Itti gaaftaaman Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Naannoo…
Buna konteenaraan saamsanii erguun milkaa’inni mul’ate midhaan zayitaa fi dheedhiirrattis dabalamuu…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Buna konteenaraan saamsanii erguun milkaa’inni mul’ate midhaan zayitaa fi dheedhiirrattis dabalamuu akka qabu Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Warshaan Kookaa Kollaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Warshaan Kookaa Kollaa Bulchiinsaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifameera.
Sirna eebbaa kanarratti Preezidaantiin Bulchiinsa…
Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ irratti Xiyyeeffate Magaalaa Hararitti taa’amuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ irratti Xiyyeeffate Magaalaa Hararitti taa'amuu eegaleera.
Mariin kun akka biyyaalessaatti Qopheessummaa…
Godina Arsiitti Qonnaa bara kanaan lafti hektaarri kumni 600 misoomaa jira
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Qonna Ganna baranatiin Godina Arsiitti lafa hektaara kuma dhibba 6 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Buqqaatoota magaalaa Samaraatti argaman kuma 8 oliif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Buqqaatoota naannoo Afaar magaalaa Samaraatti argaman kuma 8 oliif deeggarsi namoomaa taasiifameera.
Deeggarsicha Koreen Qaxxaamura…
Magaalaa Dasseetti balaa ibiddaa mudateen miidhaan nama fi qabeenyaarra dhaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Dassee Kutaa Magaalaa Araadaa naannawaa Mugaad jedhamee beekamutti balaa ibiddaa mudateen qabeenyi hedduun manca’uu poolisiin…
Dubartoonni rakkoo hawaas diinagdee ummata Oromoo furuu keessatti ga’ee isaanii ba’achuu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Dubartoonni rakkoo hawaas diinagdee ummata Oromoo furuu keessatti ga'ee isaanii ba'achuu akka qaban Preezidaantii Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa obbo…
Harargee Lixaa simannaa waancaa hidha haaroomsaa sababeeffachuun Bittaan Boondii Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti simannaa waancaa hidha haaromsaa bara torbee tokkoof godinicha keessa ture sababeefachuun bittaan boondii Birrii miiliyoona 38 fi…
Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8 ol qonnaan bulaaf dhiyaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8 ol qonnaan bulaaf dhiyaachaa jiraachuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa ibse.
Korporeeshinichi bara…