Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8 ol qonnaan bulaaf dhiyaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8 ol qonnaan bulaaf dhiyaachaa jiraachuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa ibse.
Korporeeshinichi bara…
Tajaajilli lakkoofsa gabatee konkolaattotaa haaraa kennuu addaan citee ture torban booda kan eegaluu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Sababa meeshaalee dheedhiitiin torbanoota sadan darbaniif addaan cite kan ture tajaajilli lakkoofsa gabatee konkolaattotaa haaraa kennuu torban tokko…
Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa hojii pilaanii lafaa ciminaan hojjechaa jiraachuu hime
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Misoomni magaalotaa guddina diinagdee biyyattiif murteessaa ta’uu hubachuun hojii pilaanii lafaa ciminaan hojjechaa jiraachuu Ministeerri…
Jilli Invastimantii fi Beeksisaa Ityoophiyaa Turkitti kutaa bulchiinsa Adaanaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC)- Jilli Hoggantoota Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa of keessatti haammate Turkitti kutaa bulchiinsa Adaanaa daawwateera.
Jilichi kutaa…
Waliigalteen Proojektii maddaa Anniisaa elektirikaa aduu Gaadii fi Diicheetoo addaan cite
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Proojektiin madda Anniisaa elektirikaa aduu Gaadii fi Diicheetoo addaan cituu Biiroo Injiinariingii Tajaajila Humna Elektirikii…
Kutannoon mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaa taasisuuf qabu kan jajjabeeffamuudha –…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Andu’aalam Gaanfaa Afrikaatti Ergamaa Addaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Hanaa Teeteekin…
Preezdaantiin Naannoo Soomaalee obbo Muusxafee Muhaammad Ityoophiyaatti Daayrektara Sagantaa Nyaata…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Soomaalee obbo Muusxafee Muhaammad Ityoophiyaatti Daayrektara Sagantaa Nyaata Addunyaa Kilaawud Jiibiidaar waliin dhimmoota tumsa…
Ganna dhufu roobni cimaan waan jiraatuuf balaa lolaaf akka hinsaaxilamneef hawaasni gamanumaa…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) Ganna dhufu rooba cimaa jiraaturraan kan ka’e balaan lolaa mudachuu waan maluuf, naannawaaleen balaa kanaaf saaxilamoo ta’an gamanumaa eeggannoo cimsuu…
Hanqina humnaa muudachaa jiru waaraan furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Fedhii humnaa daraan dabalaa jiru guutuu fi Hanqina humnaa muudachaa jiru waaraan furuuf hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa…
Galii Ityoophiyaan seektaraa tuurizimiirraa argachuu dandeessu guddisuuf ministeerichi Doolaara…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Galii Ityoophiyaan seektaraa tuurizimiirraa argachuu dandeessu guddisuuf ministeerichi Doolaara miiliyoona 15 ramaduun hojjechaa jiraachuu Ministirri…