Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni Jaappaan ‘Impact Corporation’ Ilillii Ityoophiyaarraa galchu dachaa shaniin guddisuufi
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) - Dhaabbanni Jaappaan ‘Impact Corporation’ Ilillii Ityoophiyaarraa galchu dachaa shaniin guddisuuf karoorfachuu beeksise.
Jaappaanitti…
Gamtaan Teelekoomii Idil Addunyaa Ityoophiyaa akka deeggaru gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Gamtaan Teelekoomii Idil Addunyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ityoophiyaa akka deeggaru gaafatame.
Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Injiinar Taakkalaan, Ministira Ministeera Daldalaa Turkii Maahimat Mush waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan, Ministira Ministeera Daldalaa Turkii Maahimat Mush waliin dhimmoota hariiroo gama lamee…
Nageenya ummataaf jecha hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu dhiibbaa alaa fi keessaa kamiyyu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti hojiin olaantummaa seeraa kabajchiisuu eegalame, dhiibbaa alaa fi keessaa kamiyyu kan hinqabne galmi isaa ijoon nageenyaa fi tasgabbii…
Bu’aalee qorannoon jijjiirama qabatamaa fiduuf dhaabileen barnoota olaanoo fi hayyoonni…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Gahumsa qorattootaa cimsuu fi qo'annoof haala mijataa uumuun bu'aaleen qorannoo jijjiirama qabatamaa akka fidaniif dhaabileen barnoota ol'aanoo fi…
MM Abiy Ahimad Hospitaala Rifeeraalaa Minilikitti giddugala dhiqaa kalee eebbisan
MM Abiy Ahimad Hospitaala Rifeeraalaa Minilikitti giddugala dhiqaa kalee eebbisan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Hospitaalaa Rifeeraalaa Minilikitti…
MM Abiy Ahimad eebbifamtoota Akkaadaamii Loltummaa Ityoophiyaatii gulantaa itti aanaa ajajaa…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Akkaadaamii Loltummaa Ityoophiyaatii gulantaa itti aana ajajaa dhibbaan eebbifamaniin baga gammaddan jedhaniiru.…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Godina Geede’oof iddoo ijaarsa wiirtuu aadaa laate
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Godina Geede'oof iddoo ijaarsa wiirtuu aadaa laateera.
Sirna walharkaa fiidhinsaa kanarratti Kantibaan magaalaa Finfinnee…
Dhimma Istaandaardii halluu fi ijaarsaa magaalaa Finfinneerratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Abbaan Taayitaa To’annoo Ijaarsaa fi eeyyamaa Magaalaa Finfinnee dhimma Istaandaardii halluuvfi ijaarsaa magaalicha irratti qaamolee dhimmi ilaallatu…
Magaalichatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee aanaa tokkotti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 2 yoo darbuu, namoota 11 irra miidhaan qaamaa ga'uu…