Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Harkifamuu Proojektootaaf akka sababaatti kan ilaallamu dhorkaa yeroo mana murtiirratti mariin…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Biiroon Haqaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, Yuunvarsitii Finfinnee waliin ta'uun rakkoo lafaa fi dhimma lafaa irratti dhorka mana murtiin walqabatee…
Qonnaan bultootaa fi Intarpiraayizoota gara Invastimantiitti ce’aniif leenjiin kennamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Qonnaan bultootaa fi Intarpiraayizoota gara Invastimantiitti ce'aniif magaalaa Adaamaatti ni kennamaa jiraachuu ibsameera.
Leenjii kun Walta'iinsa…
Naannoon Amaaraa meeshaalee Maakaanaayizeeshinii Qonnaa qonnaan bultootaaf dabarse
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Naannoon Amaaraa meeshaalee Maakaanaayizeeshinii Qonnaa qonnaan bultootaaf dabarseera.
Meeshaaleen Maakaanaayizeeshinii qonnaa kunneen hanqina…
Barnoonni mirga namoomaa barnoota idilee keessa akka galu hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) - Barnoonni mirga namoomaa sirna barnootaa idilee keessa akka galu hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa beeksiise.
Komishinichi…
Godinichatti guyyaa tokkotti biqiltuu bunaa miiliyoona 10 dhaabuuf karoorfamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Godinina Kafaatti mata duree “ sosochii tarsiimoo buna boroo babal’isuu” jedhuun guyyaa tokkotti biqiltuu bunaa miiliyoona 10 dhaabuuf karoorfamuu…
Addis Miidiyaa Neetwoork Mana Kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 5 kenne
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Addis Miidiyaa Neetwoork kitaabilee hojjettoota, daawwattootaa fi dhaggeeffattoota isaarraa walitti qabe kuma 5 Mana Kitaabaa Abrihootiif dabarsee kenne.…
Jaappaan Ityoophiyaatti dameewwan xiyyeeffannoon itti kenname adda baasuun deeggarsa taasisuuf…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Jaappaan Ityoophiyaatti karoora misoomaa waggoota 10 dameewwan xiyyeeffannoon itti kenname adda baasuun deeggarsa taasisuuf hojjechaa jiraachuu…
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin dhimmoota nageenyaa gamlamee fi…
Yuunvarsiitii Arsiitti koonfiransiin proojektii qorannoo Gadaa irratti xiyyeeffatu gaggeeffamaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Arsiitti koonfiransiin proojektii qorannoo Gadaa irratti xiyyeeffatu gaggeeffamaa jira.
Koonfiransicharratti hayyoonni yuunvarsiitiiwwan…
Balaa Tiraafikaa Fillaaqiit Garagaraatti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Godina Walloo Kaabaa magaalaa Fillaaqiit Garagaraatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe.
Ganama har’aa naannoo sa’aatii 2:00…