Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diizaayinii proojektii “Shaggar Addis Gatsitaa” irratti yaada walitti qabuuf Egzibiishiniin baname
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Diizaayinii proojektii “Shaggar Addis Gatsitaa” irratti yaada walitti qabuuf Egzibiishiniin banamuu ibsame.
Korporeeshiniin Baankii fi Misooma Lafaa…
Naannoo Oromiyaa bakkeewwan hongeen miidhamanitti barattoota kuma 700 oliif sagantaan nyaata…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa bakkeewwan hongeen miidhamanitti barattoota kuma 700 oliif sagantaan nyaata barattoota gaggeffamaa jiraachuu Biiroon Barnootaa naannichaa…
Akka Naannoo Oromiyaatti dargaggoonni miiliyoonni 11 ol hojii tola ooltummaarratti hirmaachaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Jilli sadarkaa Preezdaantii itti Aanaatti Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu, hojii tola ooltummaa, dargaggoota…
Yuunivarsiitichi barattoota sagantaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 200 eebbise
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) Yuunivarsitiin Waachaamoo sagantaa garaagaraatiin barattoota barsiisaa ture kuma 2 fi 200 ol eebbisiiseera.
Yuunvarsiitichi marsaa 9ffaan barattoota…
Rakkoolee hanqina simmintoo fi sharafa alaa furuun proojektiiwwan qulqullinaan xumuruun…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) – Rakkoolee hanqina simmintoo fi sharafa alaa furuun proojektiiwwan qulqullinaan xumuruun barbaachisaa ta’uu kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Wal amantaa ummattootaa barootaaf ijaarame diiguuf tattaaffiiwwan mul’atan Ityoophiyaanonni hubachuu…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Wal amantaa ummattootaa barootaaf ijaarame diiguuf tattaaffiiwwan mul’atan, Ityoophiyaanonni hubachuu fi fashaleessuu akka qaban hayyoonni waamichaa…
Miseensota Poolisii Humna Addaa naannichaa duula birmadummaa irratti hirmaataniif sagantaan…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) – Miseensota Poolisii Humna Addaa naannoo Uummattoota Kibbaa duula birmadummaa irratti hirmaataniif sagantaan beekamtii kennuu Magaalaa Walaayittaa…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa tajaajila lammummaa bara 2015 jalqabsiise
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) – Biiroon barnoota Oromiyaa tajaajila lammummaa bara 2015 jalqabsiiseera.
Hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon, hojii tajaajila…
Agarsiisni suuraa injifattummaa gama maraa Ityoophiyaa calaqqisiisu magaalaa Hararitti baname
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) – Agarsiisni suuraa injifattummaa gama maraa Ityoophiyaa calaqqisiisu mata duree “ Waa’ee Ityoophiyaa” jedhuun magaalaa Hararitti banamuu ibsame.…
Marii biyyaalessaaf lammiilee hunda adeemsi ajandaa hubachiisu akka diriirfamu eerame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) - Mariin biyyaalessaaf lammiilee Ityoophiyaa hunda adeemsi ajandaa qabsiisuu akka diriirfamuu Koomishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…