Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Marii biyyaalessaaf lammiilee hunda adeemsi ajandaa hubachiisu akka diriirfamu eerame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) - Mariin biyyaalessaaf lammiilee Ityoophiyaa hunda adeemsi ajandaa qabsiisuu akka diriirfamuu Koomishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…
MM Abiy Ahimad Ityoophiyaan lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsi akka qaqqabuuf…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad lammiilee sababa namtolchee fi uumamaan miidhamanii deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsi akka qaqqabuuf…
Poolisiin federaalaa ogummaa intalajansii poolisummaan ogeeyyii leenjisaa ture eebisiise
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) -Poolisiin Federaalaa ogummaa intalajansii poolisummaan hoggantootaa fi miseensota poolisii leenjisaa ture eebisiiseera.
Dhaabbatichi Yunvarsiitii…
Lammiileen Ityoophiyaa 1166 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 166 gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoota keessaa 169 dubartoota, 133…
Hawaasni idil addunyaa deeggarsa namoomaa Afrikaaf taasiisan cimsinii itti fufuu qabu -MM Abiy…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Hawaasni idil addunyaa deeggarsa namoomaa Afrikaaf taasisan cimsuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waamicha dhiyeesan.
Muummee…
Rasaasni seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 5 fi 100 ol to’atame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Godina saba Waghimaraa aanaa Gaazgiibilaa fi aanaa Addaa Argobbaatti Rasaasni seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 5 fi 100 ol to’atamuu…
Magaalaa Dajanitti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota shanii darbe
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Godina Goojjam Bahaa Magaalaa Dajanitti balaa tiraafikaa dhaqqabeen namoonni 5 lubbuun darbuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise.…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fi Jilli isaanii yaa’ii Maalaaboorratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi jilli isaanii yaa’ii addaa Hoggantoota gamtaa Afriikaa 15ffa irratti hirmaachaa jiru.
Sirna…
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa murteewwan garagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa walga’ii idilee taa’een murteewwan garagaraa dabarseera.
Kaabineen bulchiinsa magaalichaa Manni Maree…
Walitti bu’iinsa Ityoophiyaatti mul’atan itti fufiinsaan furuuf Mareen biyyaalee gahee olaanaa qaba-…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) –Walitti bu’iinsa Ityoophiyaatti mul’atan itti fufiinsaan furuuf mareen biyyaalesaa gahee olaanaa qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…