Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walitti bu’iinsa Ityoophiyaatti mul’atan itti fufiinsaan furuuf Mareen biyyaalee gahee olaanaa qaba-…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) –Walitti bu’iinsa Ityoophiyaatti mul’atan itti fufiinsaan furuuf mareen biyyaalesaa gahee olaanaa qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Naannoo Oromiyaatti hojjettoota kenniinsa tajaajilaa danqan kuma 18 fi 108 irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Gamaaggamni kenniinsa tajaajilaa fi Karoora yeroo gabaabaa manneen hojii naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Itti aanaan…
Yaa’iin addaa hoggantoota Gamtaa Afrikaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Yaa’iin addaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Ikkuwaatooriyaal Giinii Magaalaa Maalaabootti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi deeggarsa…
Hoggansi hawaasa hintajaajilu taanaan teessoo qofa irra taa’uun hindanda’amu – Caffee…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Hooggansi sadarkaa hundatti qixa barbaadameen hawaasa isa filateef tajaajila barbaachisu kennuu hin danda'u taanaan teessoo qofa irra taa'uun akka…
Godina Goojjam lamaatti shakkamtoonni 1122 to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiruun Godina Goojjam Lixaa fi Bahaatti shakkamtoonni kumni 1 fi 122 seeratti dhiyaachuu…
Balaa tiraafikaa mudateen Lubbuun haadhaa fi ilmaa darbe
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti balaa konkolaataa dhaqqabeen lubbuun haadhaa fi Ilmaa darbuu Waajjirri Poolisii Aanaa Xaarmaa Barri beeksise.…
Ministeerri Geejjibaa fi Loojastiksii fi Sagantaan Nyaataa Addunyaa tumsa waliinii cimsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeeraa Geejjibaa fi Loojistiksii Aadde Daagmaawiti Magos Ityoophyaatti haaraa kan muudaman Daayrektara Itti Waamamaa Sagantaa…
Proojektiin Raabsa Humna Elektirikaa magaalaa Shaambuu tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Ijaarsi Proojektii Raabsa Humna Elektirikaa magaalaa Shaambuu Abbaan Kiiloo Vooltii 230 xumuramuun tajaajila laachuu eegaluu ibsameera.…
Manni Maree Nageenya Naannoo Kibbaa marii ariifachiisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Naannoo Kibbaa walga’ii ariifachiisaa dhimmoota waqtaawaa nageenya naannichaarratti Magaalaa Walaayittaa Sooddootti…
Feestivaalli Aadaa fi Zumbaaraa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa fi Zumbaaraa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira.
Feestivaalicharratti mariin…