Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Konfiransiin Guddina Barnoota Herrega Itoophiyaarrattii fuulleffatee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Guddina Barnoota Herregaa Itoophiyaa maal irra akka jiruu fi yaadama fuulduraa gosa barnooticharratti konfiraansiin fuulleffate Yuunvarsiitii…
Biirichi proojektoota bishaan dhugaatii garaagaraa ijaaruuf dhaabbilee ijaarsaa waliin waliigale
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti ijaaruun hawaasaaf dhiyeessuuf…
Baankonni invastimantii fi dhaabbileen idil addunyaa qabeenyaa isaaniin gabaa sanadaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Baankonni invastimantii fi dhaabbileen Idil addunyaa qabeenya isaaniin gabaa sanadaa Ityoophiyaa keessatti hirmaachuuf fedhii qaban argisiisaa…
Deeggarsa obbo Dubbaalee Jaalleef sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Bulchaa Baankii Biyyaalessaa 7ffaa kan turan obbo Dubbaalee Jaalleef sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffameera.
Sagantaa galii…
Gamtaan Awurooppaa Milkaa’ina Ijaarsa diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuu kan itti…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Gamtaan Awurooppaa milkaa’ina ijaarsa diinagdee diijitaalaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera.
Ministirri…
Hanga ammaatti lammiileen Ityoophiyaa kumni 28 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Baatiiwwan lamaan darabanitti lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 28 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Koomishinichi hojiirra oolmaa fi bu’a qabeessummaa ajandaa biyyaalessaa hundeeffameef hundi…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Koomishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa hojiirra oolmaa fi bu’a qabeessummaa ajandaa biyyaalessaa hundeeffameef hundi kutannoon akka ka’u waamicha…
Naannolee sababa hongeetiin miidhaamaniif deeggarsi qoricha beeyladaa taasifame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti hongee mudateen beeyladoota miidhamaniif kan ooluu deeggarsi qorichaa taasifameera.
Deeggarsichi kan taasifamee…
Fooramiin invastimantii Ityoo-Turki magaalaa Adaanaatti gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Turkitti Imbaasiin Ityoophiyaa Adaanaa Chaamapar Oof Fooramii fi Qonsilaa Adaanaa waliin ta’uun Fooramii carraa invastimantii Ityoophiyaa beeksisu Turki…
Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromootti miseensota shanee 33 dabalatee shakkamtoonni…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Misheensonni shanee 33 dabalatee shakkamtoonni 145 to’annoo jala ooluu Naannoo Amaaraatti Bulchiinsi Godina Addaa Saba Oromoo beeksise.
Godinichatti…