Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromootti miseensota shanee 33 dabalatee shakkamtoonni…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Misheensonni shanee 33 dabalatee shakkamtoonni 145 to’annoo jala ooluu Naannoo Amaaraatti Bulchiinsi Godina Addaa Saba Oromoo beeksise.
Godinichatti…
Magaalaa Finfinneetti Egzibiishiniin, Baazaarii fi Simpooziyeemiin waldaalee hojii gamtaa baname
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Egzibiishiniin, Baazaarii fi Simpooziyeemiin waldaalee hojii gamtaa guyyaa har’aa ifatti banameera.
Ittaanaan Kantiibaa Magaalaa…
Proojektiiwwan Kaappitaalaa hin xumuramiin bara 2015tti baasii xiqqaan tajaajilaaf akka ga’aniif…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Proojektiiwwan Kaappitaalaa hin xumuramiin hafan bara baajataa 2015tti baasii xiqqaan tajaajilaaf akka ga’aniif yaalii guddaan taasifamaa jiraachuu…
Lammiilee haala rakkisaa keessatti argamaniin barnoota ga’uuf hirmaanaan qaamolee dhimmichi…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Lammiilee walitti bu’iinsa, balaawwan umamaa fi haala rakkisaa keessa jiran biraan barnoota dhaqqabsiisuuf hirmaannaan qaamolee dhimmichi ilaallatu…
Proojeektiiwwan Magaalaa Galaanitti hojjetamaa jiran keessaa proojektiiwwan 31 xumuramuun…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Proojektiiwwan bulchinsa magaalaa Galaanitti hojjetamaa jiran keessaa ijaarsi proojektiiwwan 31 xumuramuun taajajilaaf banaa ta'uu himameera.
Bulchinsa…
Jijjiiramni biyyaalessaa kan dhaabbatummaa ta’ee akka itti fufuuf qindoominaan hojjechuun…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Guyyootaan 6’n darbanitti mata duree “ilaalchaa siyaasaa haaraa fi jijjiirama biyyaalessaa haaraa” jedhuun leenjiin hoggantoota olaanoo magaalichaaf…
Nageenya waaraa mirkaneessuuf barsiisonni qooda olaana waan qabaniif xiyyeeffannaan hojjechuu qabu…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Adeemsa nageenyaa waaraa mirkaneessuuf hawaasaa qaroomee fi aadaa isaatiin boonu ijaaruuf barsiisonni qooda olaanaa waan qabaniif, xiyyeeffannoo kennanii…
MM Abiy Ahimad Ikuwaatooriyaal Giinii galan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ikuwaatooriyaal Giinii Maalaaboo galaniiru.
Naayjeeriyaatti daawannaa hojii guyyoota lamaa kan taasisan Muummeen…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti belladoonni Shaneen saamamanii turan oppireeshinii nageenyaa…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Horroo Bulluqitti,Oppireeshinii nageenyaa gaggeeffameen horiin gaanfaa 110, re'oonni 8 fi hoolonni 5 Shaneen…
Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti raammoon geerii midhaan lafa hektaara 500 irraa miidhuu…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti Raammoon Geerii Afrikaa midhaan lafa hektaara 500’rraa jiru miidhuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…