Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti raammoon geerii midhaan lafa hektaara 500 irraa miidhuu…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti Raammoon Geerii Afrikaa midhaan lafa hektaara 500’rraa jiru miidhuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Abbootiin qabeenyaa Turkii Naannoo Affaaritti filannoowwan invastimantii garaagaraarratti akka…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Turkii Naannoo Affaaritti filannoowwan invastimantii garaagaraarratti akka hirmaataniif Preezdaantiin naannichaa Obbo Awwal Aarbaan…
Tokkummaa fi birmadummaa Ityoophiyaa eeguuf Raayyaan Ittisaa dammaqaadha-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Tokkummaa fi birmadummaa Ityoophiyaa eeguudhaaf Raayyaan Ittisaa dammaqiinaan dhaabbatee jiraachuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild…
Gochi shorokeessumaa Al-Shabaab Magaalaa Finfinneetti raawwachuuf ture fashalaa’uu poolisiin…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Gochi shorokeessumaa Al-Shabaab Magaalaa Finfinneetti raawwachuuf ture fashalaa’uu poolisiin beeksiseera.
Duula waloo Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin…
Giddugalli Aadaa Oromoo Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa waliin ta’uun Artistoota ogummaa…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Giddugalli Aadaa Oromoo fi Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa waliin ta’uun marsaa 5ffaaf Artistoota ogummaa garagaraan leenjisaa turan Giddugala Aadaa…
Yakki hannaa bu’uuraalee misoomaa elektrikaa baaburaarratti raawwatamu sadarkaa yaaddessaarra ga’uu…
Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Yakki hannaa bu’uuraalee misoomaa elektrikaa baaburaarratti raawwatamu sadarkaa yaaddessaarra ga’uu Tajaajilli Baabura Salphaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Manni Murtii Aanaa Magaalaa Finfinnee waggaa tokkotti galmeewwan 100 oliif murtoo kenne
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti Manni Murtii Aanaa Magaalaa Finfinnee waggaa tokko keessatti galmeewwan 100 oliif murtoo kennuu beeksise…
Yeroo kamiyyuu caalaa gamtaan keenya amma murteessaadha- Preezdaant Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Yeroo kamiyyuu caalaa gamtaan keenya amma murteessaadha jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Preezdaant Saahilawarq guyyaa Afrikaa…
Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan magaalaa Asoosaa…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Naannoo Beenishaanguul Gumuz Magaalaa Asoosaa galaniiru.
Fiild…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 88 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 88 guyyaa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an…