Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 88 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 88 guyyaa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an…
Uummanni tokkummaa isaa cimsuun tattaaffii olaantummaa seeraa kabachiisuuf taasiifamu akka tumsu…
Finfinnee,Caamsaa 17, 2014 (FBC) - Mootummaan naannoo Amaaraa ummanni tokkummaa keessoo isaa cimsuun olaantummaa seeraa kabachiisuuf tattaaffii taasifamu tumsuu akka itti fufu…
MM Abiy Ahimad jila Naayijeeriyaa waliin marii waloo taasiisan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad jila Naayijeeriyaa waliin marii waloo taasiisaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaaniin…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarota booyiing 777 meeshaalee fe’an 5 bituuf ajaje
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarota booyiing 777 meeshaalee fe’an 5 bituuf ajajeera.
Xiyyaaronni kunneen akka bitamaniif kan ajajaman…
Preezdaanti Saahilawarq guyyaa bilisummaa Eertiraanotaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen guyyaa bilisummaa Eertiraanotaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Preezdaant Saahilawarqi…
Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hojimaata tajaajila bishaan magaalota 20 ammayyeessuuf waliigaltee…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii tajaajilawwan bishaan magaalota 20 keessatti sirna bulchiinsa odeeffannoo ammayyeessuuf Dhaabbilee Daaf Teek…
Hojimaata oomishaalee madda anniisaa aduu liqaan bitachuun danda’amurratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC)- Hojimaata oomishaalee madda anniisaa aduu liqaan bitachuuf dandeessisu diriirsuu irratti mariin gaggeeffameera.
Kutaaleen hawaasaa…
Caffeen Orommiyaa hordoffii fi to’annoo dirree marsaa 2ffaa boru eegala
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godinaalee 10 keessatti hordoffii fi to’annoo dirree marsaa 2ffaa boru irraa eegalee kan geggeessuu ta’uu ibsame.…
Oppireeshinii qorannoorratti hundaa’uun yeroo garaagaraatti taasifameen konkolaatoonni hataman 22 fi…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Poolisiin magaalaa Finfinnee qorannoorratti hundaa’uun Oppireeshinii yeroo garaagaraatti gaggeesseen konkolaatoonni hataman 22 fi shakkamtoonni 33…
Waldaan misooma Oromiyaa sagantaa ashaaraa magariisaa ganna bara 2014’f lafa hektaara kuma 6…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Waldaan misooma Oromiyaa sagantaa ashaaraa magariisaa ganna bara 2014'f lafa hektaara kuma 6 irratti boolla biqiltuu fi dagaa qopheesseera.
Waldichi…