Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namootaa seeraan ala daa’imman 13 daddabarsaa turanirratti adabbiin hidhaa murtaa’e
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) - Godina Baaleetti namoonni daddabarsa daa'immaaniin himataman hidhaa cimaan akka adabaman Manni Murtii Olaanaa Godina Baalee murteessera.
Daa'imman…
Yunvarsiitiin Jimmaa kitaabilee kuma 3 fi 184 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaache
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Yunvarsiitiin Jimmaa kitaabilee kuma 3 fi 184 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaachuun, argisiisa Kitaabaas qopheesseera.
Argisiisa Kitaabaa torbee…
Torban dhufu keessa kutaaleen biyyatti irra jireessi roobni gadi aanaa hanga giddugaleessaa ni…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) - Torban dhufu keessa kutaaleen Ityoophiyaa irra jireessi rooba gadi aanaa hanga giddugaleessaa ni argatuun kan eegamu ta’uu Inistiityuutiin…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa Bittaa Xaa’oo Biyyoof Birrii biiliyoona 50 baasii taasiise
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa Bittaa Xaa’oo Biyyoo bara oomishaa 2014/15f Birrii biiliyoona 50 baasii taasiisuu beeksiise.
Mootummaan…
Oromoon Aadaa, Seenaasaa fi eenyummaasaa guddifachuuf yeroon qaama biraa gaafatu darbeera- Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) - Uummanni Oromoo aadaa fi duudhaasaa ganamatti deebi'uun tokkomee jijjiiramaaf hojjechuuf yeroon qaama biraa gaafatu darbeera jedhan Preezdaantiin…
Ityoophiyaatti adeemsa oppireeshinii nageenyaa ilaalchisee gamaaggamani gaggeeffamaa jiraachuu…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti adeemsa oppireeshinii nageenyaa ilaalchisee gamaaggamani gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Gaamaaggamicharratti Itaamaajoor Shuumii…
Jilli Waajjira Paartii Badhaadhinaa Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu sosochii…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC)- Jilli Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Sidaamaa p[reezdaantii naannichaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu sosochii invastimantii fi bu’uuraalee…
Sagantaan jalqabsiisa sosochii Buusaa Gonofaa magaalaa Finfinnee Hoteela Ilillitti gaggeefamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa sosochii Buusaa Gonofaa magaalaa Finfinnee Hoteela Ilillitti bakka Preezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Nageenya magaalaa Dassee fi naannawaa ishee tiksuuf hawaasni sochii lootee seentotaa si’oominaan…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Nageenya magaalaa Dassee fi naannawaa ishee mirkaneessuuf hawaasni naannoo isaa si’oominaa fi tokkummaan eeggachuu akka qabu dursaa Itti Aanaa…
Guyyaa Afrikaa bara kanaa wayita kabajnu mul’ata tokkummaa ardichaa milkeessuuf murannoo…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Guyyaa Afrikaa bara kanaa wayita kabajnu mul'ata tokkummaa ardichaa milkeessuuf murannoo keenya ni mirkaneessina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI…