Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin qilleensichaa balallii gara Damaamitti taasiisu irra deebiin eegaluufi
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Saa’uud Arabiyaa Damaamitti taasisu adda kutee ture irra deebiin eegaluuf ta’uu beeksise.
Daandiin…
Maallaqni garee ABUT’f geeffamaa ture kan Birriin miiliiyoonni 3 Magaalaa Qobootti to’atame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Qobbootti maallaqni garee shororkeeessaa ABUT’f geeffamuuf ture Birrii miiliyoonni 3 to’annoo jala ooluu eerameera.…
Biyyoonni Baha Afrikaa Wiirtuu Aartii fi Aadaati – Obbo Dammaqaa Makonniin
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Biyyoonni Baha Afrikaa Wiirtuu Aartii fi Aadaa ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Baankiin Misooma Afrikaa qabeenya qonnaa fi bishaanii Ityoophiyaa misoomsuuf hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Baankiin Misooma Afrikaa Ityoophiyaan qabeenya qonnaa fi bishaanii ishee misoomsuu fi guddisuuf tattaaffii taasiftu kan deeggaru ta’uu…
Yaa’iin Amantaalee Idil Addunyaa 14ffaan Dohaatti taa’amuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Yaa’iin amantaalee Idila Addunyaa 14ffaan mata duree “Haasaa jibbiinsaa akkataa barsiisa kitaaba qulqulluu fi amantaatiin” jedhuun Kuwaataar Dohaatti…
Baatiwwan salgan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 458 ol walitti qabamuu…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 58 ol walitti qabamuu Ministeerri Albuudaa beeksiise.…
Dooktar Kaatiriin Soozii fi Ambaasaaddaroonni biyyoota 5 Jigjigaa galan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Itti Gaafatamaan Deeggarsa Namoomaa Dhaabbata Mootummootaa Gamtoomanii Dooktar Kaatiriin Soozii waliin Ambaasaaddaroonni Xaaliyaan, Jaappaan,…
Ajajni Lixaa humna makkaanayizdii humna diinaa barbadeessuu ijaaru ibse
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Ajajni Lixaa humna makkaanaayizdii humna diinaa barbadeessuu danda’u ijaaruu beeksise.
Qindeessaan Kutaa Makkaanaayizdii Ajaja Lixaa…
Ilaalchi Fiinxaalessummaa cabuu dhabuun walitti bu’iinsi akka uumamuuf ka’umsa ta’eera-Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Ilaalchi fiinxaalessummaafi cichitummaa cabuu dhabuun ka’umsa walitti bu’iinsaa ta’eera jechuun Itti Gaafatamaan Hariiroo Ummataa fi Idila Addunyaa…
Hawaasni ergaawwan sobaa burjaaja’uurraa akka of qusatu hubachiifame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Amaaraa hawaasni ergaawwan sobaan burjaaja'uurraa akka of qusatu hubachiise.
Humnoonni Amaaraa salphisuuf hojjetaa jiran yeroo…