Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni qilleensaa FDRI of gurmeessuu fi ammayyeessuurratti argama – Letanaal Yirmaa Mardaasaa
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Humni qilleensaa FDRI “ Raayyaan Biyya malee saba hinqabu” ilaalcha jedhu jijjiiruurraa eegalee gurmaa’ina, hidhannoo fi leenjiidhaan akkasumas ijaarsa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 68 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 68 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa kumni…
Oomisha bara 2014/15f Xaa’oon biyyoo meetirik Tooniin kumni 755 gara biyya keessaa galuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Oomisha bara 2014/15f Xaa’oon biyyoo meetirik Tooniin kumni dhibba 7 fi kumni 55 gara biyya keessaa galuu Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi…
Naannoo Afaaritti Godaambaan Luusii ijaaramuufi
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar bakka hambaan lafee dhala namaa Luusii argamee naannawaa Ada’ar jedhamutti Godaambaan Luusii ijaaramuuf ta’uu Biiroon Aadaa fi Tuurizmii…
Raammoon Geerii Afrikaa Godina Jimmaatti mul’ate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Raammoon Geerii Afrikaa Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti mula’chuusaa Giddugalli Kilinika Eegumsa Biqiltuu Jimmaa beeksiise.
Itti Gaafatamaan…
Leenjiin Gaggeessummaa Preezdaantummaa marsaa 2ffaan xumurame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Guyyoota10’f leenjiin gaggeessummaa preezdaantummaa marsaa 2ffaaf kennamaa ture xumurameera.
Xumura sagantichaarratti kan argaman…
Naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuzii fi Gambeellaatti hojiileen nageenyaa hojjetaman abdi…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuzii fi Gambeellaatti nageenya waaraa buusuuf hojiileen hojjetaman bu’aawwan abdii qaban galmeessa jiraachuun…
Waajjira Muummee MinistiraaDubartoota kutaalee magaalaa 11 irra walitti babba’an 200f maaddii qoode
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa Dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee11 irra walitti babba’an 200f maaddii qoodeera.
Dubartoonni kunneen hojiilee…
Qonna guddisuuf kan tumsu dorgommiin kalaqaa dargaggootaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) –Umriin isaanii waggaa 18-29 kan ta’anii fi yaada kalaqaa qonnaa Ityoophiyaa fooyyessuuf dorgommiin lammiilee hirmaachisu eegaleera.
“AYuTe Ethiopia…
Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seera kabachiisuu hojjetamaa jiruun shakkamtoonni kumni 4 ol…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) - Tibbana duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffameen shakkamtoonni kumni 4 ol to’annoo seeraa jalaa oolfamuu Biiroon Buulchiinsaaf Nageenyaa…