Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggaantonni olaanoo Paartii Badhaadhinaa Naannoo Sidaamaa Misoomaa Interpiraayizootaa daawwachaa…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) - Hoggantoonni Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Sidaamaa sochii misooma interpiraayizootaafi abbootii qabeenyaa naannichaa daawwachaa jiru.…
Torbee kana deeggarsi namoomaa Tooniin kumni 10 naannoo Tigraay qaqqabe – Sagantaa Nyaata Addunyaa
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Torbee kana deeggarsi namoomaa Tooniin kumni 10 naannoo Tigraay qaqqabuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksiise.
Dhiyeessiin deeggarsa…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu hojiilee diijitaalaayizeeshinii Magaalaa Adaamaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) –Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Magaaloota Oromiyaa obbo Addisuu Araggaan durfamu hojiilee diijitaalaayizeeshinii…
Biirichi bu’aawwan Ogummaa Kalaqa Teekinooloojii fi Qorannoon argaman Caalmaatti misoomsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) –Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa, bu'aawwan ogummaa kalaqa teekinooloojii fi qorannoon argaman Caalmaatti Misoomsuun Fayyadamummaa hawaasaa…
Godina Arsii Lixaatti qonna gannaa bara kanaan lafa hektaara kuma 300 ol kilaasteraan misoomsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti qonna gannaa bara kanaan lafa hektaara kuma dhibba 3 ol kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Aanaalee Godina…
Hoggantoonni Olaanoo fi Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii proojektoota misoomaa…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoo fi Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Nannoo Hararii proojektoota misoomaa adda addaa daawwataniiru.
Hoggantoonni kunneen leenjii…
Preezdaant Saahilawarq dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon hojiilee Riifoormii Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon hojiilee Riifoormii Ministeera Albuudaa fi Gaalaarii Albuudaa daawwataniiru.…
Afoolota biyyattii keessatti argamu dhaloota dhufuuf dabarsuu qabna – Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Afoolota biyyattii keessatti argamu waliigaltee biyyaaleessaaf itti fayyadamuu fi dhaloota dhufutti dabarsuu qabna jedhan, Ministirri Ministeera Aadaa fi…
Naannoo Harariitti guyyaa tokkotti boolli dhaabbii biqiltuu kumni dhibbi 1 ol qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara 2014f guyyaa tokkotti boolli biqiltuu kumni dhibba 1 ol qophaa'uu ibsameera.
Jilli Itti…
Harargee Lixaatti Yaa’iin Abboottii Seeraa 4ffaa fi Eebbi Riifoormii Teeknooloojii Mana Murtii…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Manni Murtii Olaannaa godinichaa bakka Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa obbo Gazaalii Abbaa Simalii fi Preezdaantiin…