Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Oromiyaa badhaadhina maatii mirkaneessuuf qorannoowwaan haaraa garaagaraa qoratee…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa badhaadhina sadarkaa maatii mirkaneessuuf qorannoowwaan haaraa garaagaraa qoratee hojjetaa jiraachuu Preezdaantiin naannichaa…
Balaan Ibiddaa kutaa magaalaa Addis Katamaatti mudatee ture to’atame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa iddoo addaa 'Minaallesh Taraa' jedhamutti ganama har'aa naannoo sa'aatii 4:00tti Balaan Ibiddaa mudatee…
Tattaaffiin Odeeffannoo fi Olola sobaan xiyyeeffannoo hawaasa idil addunyaa argachuuf taasiifamu…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Tattaaffiin Odeeffannoo fi Olola sobaan xiyyeeffannoo hawaasa idil addunyaa argachuuf taasiifamu iddoo kan hin qabne ta'uu Tajaajjilli Kominikeeshinii…
Preezdaant Shimallis Abdiisaan karoora jireenya Baadiyyaa ammayyeessuuf eegalame Aanaa Waacaaleetti…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootmmaa Naannoo Oromiyaa, obbo Shimallis Abdiisaan karoora akka Naannootti jireenya Baadiyyaa ammayyeessuuf eegalame Godina Shawaa Kaabaa…
Ayyaanni ‘Shawaal Iid’ magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Ayyaanni 'Shawaal Iid' bakka hoggantoonni mootummaa naannoo Hararii, Federaalaa fi diyaaspoorawwan argamanitti magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.…
Yuunvarsiitiin Walloo barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 823 eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Walloo barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture 823 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota keessaa 293…
Torbee tokko keessatti konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 319 gara naannoo Tigraay…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) –Torbee tokko keessatti konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fi boba'aa fe'an 319 gara naannoo Tigraay seenuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon…
Godina Shawaa Kaabaa aanaalee Warra Jaarsoo fi Hidhabuu Abooteetti tarkaanfiin shaneerratti…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaalee Warra Jaarsoo fi Hidhabuu Abooteetti tarkaanfiin shaneerratti fudhatamuu Raayyaan Ittisaa beeksiise.…
Buufanni konkolaataa qindaa’aa Magaalaa Roobee tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Buufanni konkolaataa qindaa’aa Magaalaa Roobee har'a tajaajila kennuu eegaluu ibsame.
Buufanni Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 96 oliin…
Hojiileen misoomaa yeroon akka xumuramaniif deeggarsa barbaachisu taasisuuf qophiidha – Aadde…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) -Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee raawwii proojektoota misoomaa guyyoota 60f kutaa Magaalaa Qiirqoositti hojjetamaa jiranii…